Afaan Siwaahilii: Afaan Bantuu baayyinaan Afriikaa Bahaa dubbatamu

Afaan Siwaahilii (akkasumas kan Kiswahili jedhamu) Afaan Bantu tti.

Afaanii kunni afaan biyyotta Sahaaraa n jalla jirranitti yeroo bayee dubbatama. Swahilin afaan Ummattaa Swahilikan fixee Gallana Oceanii kabba Somaaliyaafagatte hanga danga Moozaambiik fi Tanzaaniyaa argamaniin dubbatama. Ergaa afaan adda Tanzaaniyaa kufeen bodda, Afaan Siwaahiliin akka afaan tokkoffatti ummattaa Tanzaaniyaan fudhatame, lakkofsii ummatta afaan Kiswahili akka Afaan tokkoffatti dubbatan hanga million 40 guddatte. Haa ta'u malee Siwaahiliin ummatta hanga million 100 ta'aniin dubbatamma. Biyyotta kabba Afrikaa tti fi Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo tti Siwaahiliin lingua franca ta'erra. Siwaahiliin afaan Afrikaa jirran kessa akka afaan hojjii African Union kan fayyadaman isaa qofaatti. Siwaahiliin University gugguddo adunyaa kessatti ni barsifama, akkasumas stationotta akka BBC, Voice of America fi Xinhua irratti ni dabarfama.

Afaan Siwaahilii: Afaan Bantuu baayyinaan Afriikaa Bahaa dubbatamu
bakkotta bayyinani swahilin itti dubbatamu
Afaan Siwaahilii
    Biyyotta itti dubbatamu

Tanzaaniyaa, Keeniyaa, Yugaandaa, Ruwaandaa, Buruundii, Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo, Somaaliyaa, Komoroos, Moozaambiik.

    Bayyina Dubbatotta

Akka Afaan tokkofatti - 40 million Akka Afaan lammafatti - 100 million

    Kutaa Afaanii itti rammadamu

Niger-Congo->Atlantic-Congo->Volta-Congo->Benue-Congo->Bantoid->Southern->Narrow Bantu->Central->G->Swahili

Afaan tokkoffa Tanzaaniyaa, Keeniyaa, Yugaandaan (2005 jalqabe)tti.

Tags:

AfrikaaMoozaambiikRiippabiliika Dimookiraatawaa KoongooSomaaliyaaTanzaaniyaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

GimbiiUzbeekistaanDaldalaaDirre DhawaaLafeeDossoo(Safarla)Godina GujiiSuwiiz KanaalDubliinVaatikaanIfsuduudaaSafuuDaldala Garbaa ArabaaPaakistaanMeetiiSiidniiFiraansiGaaleeNoonnooOromiyaaTarree Aanolee OromiyaaAartii OromooSirna Diriiroo Ko’oordineetotaaShawaa DhihaaLubbu qabeeyyii xixiqqooIraanWaliso (magaalaa)MaqibsaSeenaa jireenyaaAfaan IngiliishGiriikJi'oorjiyaaFireenchi GiyaanaaChaayinaaLoqoda BooranaaGaaddisaa BirruuMacaafa QulqulluuTarree TuujaaTarree Ciigoo OromooAfoolaFaateeViilheelmi RoontiganWarrana Adunya 1DinagdeeMatimaSirna GadaaOromooMosaajiiWalisooIlfinash QannooNaannoolee ItoophiyaaAfran QallooAwustireliyaaHarargeeEdiirneBaankiiAmajaajjiiWNBAWaaqoo GuutuuAyooniiGochibsaFuula DuraDhamsagaMaqdhaalaDhaha BooranaaGodina Arsii DhihaaRezisteriiAmeerikaa KibbaaGaazexaa BariisaaAbboomaa MitikkuuGalaana Diimaa🡆 More