Awustireliyaa, akka ofiisaatti Koomanwelt Awustiraaliyaa ta'uu ibsameera, kan jedhamtu biyya kibba Hemispheretti argamu yoo ta'u, lafti kun Ardii addunyaa keessaa diqqitti ofii kessa qaba.
Haa ta'u malee Awustireliyaa odoloota guguddoo kan akka Tasmaaniyaa fi odoloota xixiqqaa Garba Indiyaa fi Garba Paasifiik kessatti argamanii of keessaa qaba. Biyyonni dhihoo Awustireliyaatti argamani kaaban Indoneeshiyaa, Tiimor Bahaa fi Paappu'aa Niwuu Giinii, kaaba bahaan Odoloota Solomoon, Vaanu'atuu fi Niwuu Kaledooniyaa (Firaansi irra kan bilisoomtee) akkasumas kibba bahaan Niwuu Ziilaandi jedhamanitu argamu. Magaalaan guddoon Awustiraaliyaa Kaanberaa yoo taatu, magaalaan guddittii ammoo Siidnii dha.
Alaabaa | Asxaa qaamaa | Maqaa | Magaalaa guddoo |
---|---|---|---|
Awustiraaliyaa Dhihaa | Perth | ||
Awustiraaliyaa Kibba | Adelaayid | ||
Kuwiinslaand | Brisbeen | ||
Naannoo Magaalaa Guddittii Awustiraaliyaa | Kaanberaa | ||
Naannoo Kaabaa | Daarwiin | ||
Niiw Saawuz Weels | Siidnii | ||
Taasmaaniyaa | Hoobart | ||
Viiktooriyaa | Melboorn |
Ardii | ||
This article uses material from the Wikipedia Oromoo article Awustireliyaa, which is released under the Creative Commons Attribution-ShareAlike 3.0 license ("CC BY-SA 3.0"); additional terms may apply (view authors). Content is available under CC BY-SA 4.0 unless otherwise noted. Images, videos and audio are available under their respective licenses.
®Wikipedia is a registered trademark of the Wiki Foundation, Inc. Wiki Oromoo (DUHOCTRUNGQUOC.VN) is an independent company and has no affiliation with Wiki Foundation.