Dhama Dhiigaa

Dhamni dhiigaa dhangala'aa halluu keelloo qabuu fi qaama dhiigaa ta'eedha .

Seelii dhiiga adii ykn diimaa ykn (Ititachaa Dhiigaa) hin qabu . Innis Areeroo dhiigaa Faayibiroojiinii hin qabneedha . Dhamni dhiigaa pirootiinota dhiiga ittichuu (coagulation) keessatti hin fayyadamne hunda fi elektiroolayitii hunda, Farra qaama alagaa (antibodies), Qaama Alagaa (antigens), Hoormoonota, fi wantoota dabalataa kamiyyuu (kan akka qorichaa fi Lubbuu qabeeyyii xixiqqoo ) of keessatti qabata.

Dhama Dhiigaa
Seerumni dhiigaa qorannoof qophaa'aa jiru

Qorannoon seerumi serology ykn Qordham-dhiiga dha . Seerumni qorannoowwan adda baasuu yaalaa hedduu keessatti, akkasumas gosa dhiigaa keessatti fayyadama .

Tags:

DhiigaFaayibrinoojiinItita DhiigaaLubbu qabeeyyii xixiqqooPilaasmaa DhiigaaPirootiinii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

GudeeddiiJi'oota WoggaaMoogaa(Diamond)PoorchugaalSaalaaXin-hawaaTokkummaa Biyya MootiiGadaaIslaamaaShaggooyyeeAbboomaa MitikkuuSheekkooGindabaratSuwiiz KanaalBaqqalaa GarbaaSiwiizerlaandiHoo'iyyaaNarviiAbisiiniyaaGaanfa AfrikaaKuushWalqunnamtii saalaaEshiyaaQoqqoodama ItoophiyaaSaayinsiiSa'ud ArabiyaaCigooAdaamaaKomoroosDoonaaldi TiraampiFIFAGoogleIslovaakiyaaAfrikaa KibbaaChee GuvaaraaSheekkoo Leencaa fi Dhala NamaaAartii OromooGeerrarsaSardiidaa fi LukkuuTarree WalalooLeonardo da VinciGootfiriid Viilhelmi LaayibiniizSeenaaGodina JimmaaOromoo TuulamaBarreeffamoota Waa'ee OromooGodina GujiiHerregaSirna GadaaHarargee DhihaaKompitaraJajjuu (aanaa)Abiishee GarbaaBamaqaaWallaggaShawaa KaabaaMoldoovaaaux8sSeenaa Itoophiyaa SirriiSirna FiwudaalaaInformaatiiksiGooftaa JaldooSafuuYaadrimee TuutaaTarree TuujaaSeenaa jireenyaaCGobbaa🡆 More