Gaanfi Afrikaa

Gaanfi Afrikaa (Amharic: የአፍሪካ ቀንድ yäafrika qänd, Arabic: القرن الأفريقي‎ al-qarn al-'afrīqī, Somali: Geeska Afrika, Tigrinya: ቀርኒ ኣፍሪቃ?) Peeninsuulaa Afrikaa Kaaba-Bahaatti argamuudha.

Gaanfi Afrikaa muxxatee ykn luggee ta'ee kiiloomeetira dhibba baayyee Galaana Arabiyaa keessaa seena, Kibba Galoo-Galaana Eedenitti argama. Gaanfi Afrikaa ardii Afrikaarra fiixee ykn qarqara gara Bahaati. Bara durii fi giddugaleessaa keessa Bilad al Barbar ("Biyya Barbarootaa") kan jedhamu Gaanfi Afrikaa, biyyoota Eertiraa, Jibuutii, Itoophiyaa fi Somaaliyaa qabata.

Gaanfi Afrikaa
Gaafin Afrikaa.

Tags:

EertiraaItoophiyaaJibuutiiSomaaliyaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

DinagdeeGaanfi AfrikaaAfaan OromooGarba Kibba cabbiiRoobeeSeenaa jireenyaaHawaaAyinaniiAbbaaduulaa GammadaaTaaksonoomii ykn xinramaddiiMaqibsaSiidniiSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaDhahaAFiliippiinsiJi'oota WoggaaMeettaa RoobiiGaanfa AfrikaaGudayyaa BiilaaAsiidiiWalalooFaaruu OromiyaaEebba OromooKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaNeeppaalQilleensa MarsaaKubeeGaazexaa BariisaaMagaala BishooftuuTaayilaandGaaddisaa BirruuSheekkoo Leencaa fi Dhala NamaaLaga GibeeWaldaa kiristaanaaYandiiAmbooBaha AfrikaaRiippabiliika KoongooLafa GujiiBaankiiNarviiBeelaarusTropical cycloneMoosiiSeenaa OromooAdoolfi HitlerWaraana CalanqooXiinjireeKallachaFinfinneeSheekkooSaayikoloojiiYuurooppiSirna narviiAbiishee GarbaaHorroo GuduruuSammuu namaaTarree Mammaaksa OromooChaayinaaGiriikBaalaAmantiiGuddinaa TumsaaLafaGodina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneHeellee🡆 More