Madagaskaar yookaan Rippabiliika Madagaskaar (maqaa durii immoo Rippabiliika Malagasii) biyya Odolaa yoo taatu kan argamtus Garba Indiyaa keessatti kunis qarqara kibba-bahaa Afrikaan.
Madagaskaar addunyaa keessaa odola guddinaan afraffaa gubbaatti argamtu dha. Dhibbantaa 5 gosa biqiltoota fi bineensota addunyaa Madagaskaar keessatti argamu. Kan keessaa immoo parsentiin 80% Madagaskaar qofatti kan argamani dha. Kan keessaa kan beekkamani immo Liimar (Lemur) kan ta'an, foon nyattota(carnivous) kan ta'an keessaa Fossaa(bineena adurree fakkatu), akkasumas gosa simbira Madagaskaar qofa keessatti argamani sadii fi gosa Baa'obaab ja'a kan Madagaskaar qofa keessatti argamani of keessaa qaba. Nammi Madagaskaar kessa jiraatu Malagasii jedhama (Madagascan mitti) akkasumas afaan Madagaskaar Afaan Malagasii jedhama.
Dachee Aafrikaa |
Aafrikaa Giddu Galeessaa | Aafrikaa Kibbaa | Aljeeriyaa | Angoolaa | Beeniin | Bootiswaanaa | Burkinaa Faasoo | Buruundii | Chaad | Eeritiraa | Gaabon | Gaambiyaa | Gaanaa | Giinii | Giinii-Bisaa’uu | Ijiipti | Iqu’aatoriyaal Giinii | Itoopiyaa | Jibuutii | Kaameruun | Keeniyaa | Keeppi Verdee | Komoroos | Kootdivo’aar | Laayibeeriyaa | Leesoottoo | Liibiyaa | Maalaawwii | Maalii | Madagaskaar | Mooriishes | Mooritaaniyaa | Moozaambiik | Morookoo | Naayijeeriyaa | Namiibiyaa | Niijer | Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo | Riippabiliika Koongoo | Ruwaandaa | Sa’o Toomee fi Piriinsippee | Sahaaraa Dhihaa | Senegaal | Seraa Liyoon | Siishelsi | Siwaziilaandi | Somaaliyaa | Sudaan | Sudaan Kibbaa | Tanzaaniyaa | Toogoo | Tuniisiyaa | Yugaandaa | Zaambiyaa | Zimbaabuwee |
This article uses material from the Wikipedia Oromoo article Madagaskaar, which is released under the Creative Commons Attribution-ShareAlike 3.0 license ("CC BY-SA 3.0"); additional terms may apply (view authors). Content is available under CC BY-SA 4.0 unless otherwise noted. Images, videos and audio are available under their respective licenses.
®Wikipedia is a registered trademark of the Wiki Foundation, Inc. Wiki Oromoo (DUHOCTRUNGQUOC.VN) is an independent company and has no affiliation with Wiki Foundation.