Loogarizimii

Loogarizmiin warroomii herregaa kan agarsiisu yoo ta’u, aangessoo hundee kenname tokko lakkoofsa murtaa’e argachuuf gara isaatti ol kaafamuu qaba.

Kana jechuun lakkoofsa barbaadame argachuuf hundee sana gara aangoo/powarii akkamii ol kaasuu akka qabnu nutti hima. Herregaa keessatti loogaritmiin akka, . tti barreffama yeeroo dubbiisnuu "Loogaritmii x gara Hundee b" fi "lakkoofsi hundee a yoo meeqaan aaangeeffame lakkoofsa b kenna?" Jechuu wajjin tokko. Ta'e ta'uu isaati.

fakkeenya:

Yeroo dubbifamu "loogaritmiin 9 gara hundee 3tti 2 ta'a" sababni isaas 3 2 = 9.

Amaloota loogaritmii

Amaloota loogaritmii

Amaloonni armaan gadii kallattiin hiika hundee loogaritmii qabu irraa hordofu

a > 0 fi a ≠ 1 ta’a

a c = b → Loogarizimii 

a = Hundee

b = bu’aa

c = aangeessoo ykn ekispoonantii

  1. log𝑎 1 = 0 sababnisaa 𝑎0 = 1.
  2. log𝑎 𝑎 = 1 sababnisaa 𝑎1 = 𝑎.
  3. log𝑎 𝑎𝑝 = 𝑝 fi 𝑎log𝑎 𝑝 = 𝑝 . . . Hariiroo fuggisoo
  4. If log𝑎 M = log𝑎 N, then M = N . . . Amala tokko tokkof
  5. Loogarizimii 
  6. Loogarizimii 
  7. Loogarizimii 
  8. Loogarizimii 
  9. Loogarizimii 
  10. Loogarizimii 
  11. Loogarizimii 

Warroomii loogaritmii

Loogarizimii 
Caatoowwan warroomii Loogaritmii -- Halluuwwan adda addaa caatoowwan loogaritmii hunde adda addaa qaban bakka bu'u

Faankishiniin loogaritmii  "log" kan agarsiifamu yoo ta'u, qaamolee gurguddoo lama qaba: hundee fi raggaasa(argument). Hundeen lakkoofsa pozaatiivii kamiyyuu 1 ol ta’uu danda’a, 1 mataa isaa  malee. Raggaasni lakkoofsa loogaritmii argachuu barbaannudha.

Tags:

Aangessoo(ekispoonentii)HerregaWarroomii (faankishinii)

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Qocaa fi SinbirrootaDalagaaRezisteriiGodaansa OromooGu'aatimaalaaAdinaan MahaammadAteeteeAbboomaa MitikkuuEletrikiiYerooBeeljiyeemAljebraaSagaleeBeelaarusAfoolaMuhaammad ZaakirBiriyoofaayitootaOrtodoksiiYuukireenGeejjibaMuuziqaaMeettaaTiyaatiraBaakkoo TibbeeGochimaWaaqoo GuutuuYuuraanisWalqunnamtii saalaaHIDDA LATINSA QAALLUUCalaqa(wahiyyoo)Ujummoo dhiigaaIraaqAsiidiiSeenaaArkiyooloojiiDubara'aHima walqixaa sararaawaaDinquu DayyaasaaRogkofaMonaakooAbubakar MuussaGumiiGoonni Gosa DhaalaChee GuvaaraaGiddu-galeessa EshiyaaJimmaMaqaa BiqilootaaSeenaa Diinagdee AfrikaaBakkalchaOromoo BaabbileeWiikiipiidiyaaKootdivo’aarSeenaa OromooCigooGaalee (biqiltuu)IjiiptiDambaliiMaakeemaOromoo GujiiBishaanKuubaaShaashamanneeGalaanaa GaaromsaaGoogleYuurooppiTokkummaa Biyya MootiiAfrikaa KibbaaGammachuu MagarsaaGaasaraDurri diimaaGiriik🡆 More