Saaraa Bernaar: Taatuu waltajjii Fireench

Saaraa Bernaar (Sarah Bernhardt, Firaasiffa: c.

22/23 Onkoloolessa 1844 – 26 Gurraandhala 1923) taatuu waltajjiirraa fi aakterii fiilmii gara jalqabaati. Saaran "aakterii beekkamtuu addunyaa kanaa hunda kan caaltu" jedhamtee beekkamti. Bernaar watajjoota Firansirratti bara 1870n keessa beekkamtii argattte, kunis jalqaba bara Belle Epoqueti. Sana boodas battalumatti Yuurooppi fi Ameerikaa keessatti barbaaddamtuu taate. Saaran taatuu diraamaa cimtuu ta'uudhaan ummata biratti beekkamte, maqaa masoo "Saaraa waaqarra gadbuute" jedhus argatte.

Tags:

Yuurooppi

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

RaashiyaaGujiiSalqunamti duraDargiiDinquu DayyaasaaGobbaaGalaana MeditiraaniyaaniiAnaatoomiiHarkaa fi harma muraa AanoleeDhiigaViilheelmi RoontiganKuushMaqaa Urjiilee Afaan oromoonAppiliiTarree Mammaaksa OromooWallagga BahaaGootfiriid Viilhelmi LaayibiniizGaaleeDhagaa gati jabeessaXurunash DibaabaaHajii Adam SaaddooMammaaksaKafaaSarara KaansariiHeemeespheera lafaaFeesbuukiiAmantiiFaaruu looniiYuuraanisKiristaanaaUruursu da'immaniiKitaabaAgarii TulluuKaarbooniiSpeed of SoundAntiraaksiiJooyi BaayidenAlii BirraaFakkiiAfaan OromooSeenaa OromooBildimaa (halluu)ItoophiyaaAfoolaPiroteestaantiiOromooEebbisaa AddunyaaYuukireenNiijerMoogaa(Diamond)DooqaXiinjireeHaacaaluu HundeessaaHiibbooChaayinaaBaaleHelikoopteriiMaqaa BiqilootaaDurbummaaNapoleonNaannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota KibbaaCaatoo Warroomii--AsoosamaTarkiiIlbiisaGudeeddiiAyoonii🡆 More