Fibonaachii

Liyonaardoo Bonaachii (1170 - 1250) — Fibonaachii jedhama, Liyonaardoo kan Pisa, Liyonaardoo Pisaanoo, Liyonaardoo Pisaanoo Bigollo, Liyonaardoo Fibonaachii — abbaa herregaa biyya Xaaliyaaniiti, namoota amma tokkoon Fibonaachii abbaa herreegaa warra dhihaa kan bara gidduu-galeessaa isa cimaa jedhamee yaaddama.

Liyonaardoo Passtachio
Fibonaachii
Ogummaa:
Biyya: Xaaliyaanii
Guyyaa dhalootaa:
Bakka dhalootaa:

Fibanaachiin sirna lakkoofsa Hinduu-Arabiikii Yuurooppitti barreeffama isaa kan 1202 Liber Abaci (Kitaaba Shallagaa) jedhamuun beeksise. Kana malees, tarree lakkoofsa Fiibonaachii (sana dura Indiyaa keessatti kan argame garuu Yuurooppi keessatti kan hin beekkamne) Yuurooppitti beeksise, lakkoofsa Fiibonaachii kana Liber Abaci keessatti akka fakkeenyaatti fayyadame.

Tags:

Xaaliyaanii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

FiliippiinsiKaarentii elektirikiiKafaaCarraa Ta'uumsaaKuushLerransaYaaya(logic)KaarboohayidireetiMoshchenaQubee Afaan OromooIlfinash QannooBETAsiidiiGochimaBaaroo TumsaaNeeptuuniinCumbooAntiraaksiiFuula DuraMaarsiiHarree diidooPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeGoogleJi'oota WoggaaAsteer GannooHeeraa Mootummaa ItoophiyaaFoloqaTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaSammuu namaaNaqamteOdeeffannooMatimaAanaa FiraankiGujiiBaqqalaa GarbaaGaanfi AfrikaaChiiliiYamanAartiiOromoo BooranaaOrgaanizimii seelqeenxeeDargiiMaqaaFaalama Qilleensaa Fi NaannooLubbu qabeeyyii xixiqqooTarree Aanolee OromiyaaAllaattiiwanIsaaq NiwuutenPilaatileetiiLeencaBishaanMahaammad HasanJaappaanSeenaa OromooJimmaBaayoloojiiAbbaaduulaa GammadaaUummamaMiciraa(Zygote)Tarree Eebba OromooQoqqoodama OromooAsaassii(Gill)MammaaksaPaarisOromoo TuulamaaWangeela🡆 More