Cumboo

Cumboon nyaata xaafii diima fi baaduu irraa qophaawuun keessummaa fi gaafa ayyaanaa kan dhiyaatuudha.

Nyaata aadaa Lixa Oromiyaa keessatti Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti baay'ee beekamu dha. Xaafii diimaa furdisanii erga bukeessanii booda, eelee beeddee fi eelee haadhoo ho'isanii bukoo qophaa'e sana eelee beeddeerratti gadi naqanii qadaadu. Gaafa bilchaatu baasanii baaduu irratti naqanii itti cororsu(baqsu).

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Tiyaatira OromooWaliso (magaalaa)Doonaaldi TiraampiZalaalam AbarraaAbdiisaa AagaaX-raysTarree urjiiwwan TuujaanAadaaQoricha OromooAmuruuSeermurtooSululaKoloneeffamuu AfrikaaSa'ud ArabiyaaYuurooppiWNBAAbisiiniyaaAfrikaa cirachuuDaawud IbsaaHirphaa GaanfureeTarree Aanolee OromiyaaLeencaa fi JaldeessaultravioletChaayinaaUjummoo dhiigaaGalaana MeditiraaniyaaniiIndoneeshiyaaMattuuCaatoo WarroomiiOromoo TuulamaJaarraa (aanaa)PaarisHelikoopteriiPilaaneettiiLaggasaa WagiiFinfinneeABOYuutubiiGobbaaMicirjirtiiAdam JilooLafqubeellaaHerregaPilaaneetootaViilheelmi RoontiganGrand CanyonGaaleeAfrikaa DhihaaGodaansa OromooLoqoda BooranaaMoldoovaaAdda Bilisummaa OromooMaqdhaalaBaaleXurunash DibaabaaGadaaArsiiLafeeBaayiloojiiKubbaa miillaaEebba OromooBeeniinSeenaa GibxiiGooftaa JaldooKubeeAbbaa Jifaar IOromoo WallooGodina GujiiKutaa Hujeessaa Giddugaleessaa🡆 More