Falaasama

Falaasamni ykn raagumsi qorannoo rakkoolee bu'uuraa fi waliigalaa ti, rakkoolen kunis wantoota akka dhugaa, jireenya, beekumsa, gatii, sababaa, sammuu, fi afaani wajjin wal qabatu.

Falaasamni tooftawwan biraa ittiin rakkoo akkasii furan irraa kan adda isa godhu adeemsa tooftawaa waliigalaa fi qajeelfama fudhatamaa irratti bu'uureffamuu isaa ti. Haasaa tasaa namoonni godhan keessatti, yoo ballifamu, falaasamni yaada, fi ilaalcha namoota dhuunfaa ykn garee" ta'uu danda'a. Jechi "filoosoofii" jedhu jecha durii φιλοσοφία (filosoofiyaa) jedhurraa dhufe, hiikaansaas "jaalala beekumsaa/ogummaa" jechuu dha. Jechoota "filoosofera" fi "filoosoofii" jedhu kan jalqaba fayyadame filoosoofera Giriiki durii Paayitaagoras ture.

Falaasama
haaxii Aristootil.
{{{Maqaa}}}

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Tarree Hiibboo OromooGaliiliyoo GaliiliiBulee HoraaMaqibsaSarbiyaaIndiyaaCirooLandanAanaa ShirkaJi'oomeetiriiMaammoo MazammirYuunivarsiitii ArsiiLafa GujiiQarsaaGodina Arsii DhihaaAfaan koonsooLibaanonMahaammad HasanArsiiHerregaDimookiraasiiMoozaambikIspoortii AadaaGudeeduGaree kubbaa miilaa biyyaalessaa MasriiBunaMadaalqaMacaafa QulqulluuHD 149026bLammaa MagarsaaSaan MaariinooAfrikaaCaaccuuDhiigaBaha AfrikaaRobart MugaabeeAbiyyi AhimadFGaaddiddeessuu AddeessaaBurqataGimbii (magaala)IspeenDinagdeeWallagga DhihaaXiinannooDirree DhawaaFiicheeMeerkurii /uxaaridii/ urjaaduuSirna hargansuuNaannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota KibbaaBaaddiraaAYuurooppiShawaaAgarii TulluuNaayijeeriyaaLafa SidaamooMuhammadBaayoogaaziiAayerlaandiHolqa gurraachaLafee qabeeyyiiFalaasamaLoqoda BooranaaLiyoonaal Meesii🡆 More