Galiiliyoo Galiilii

Galiiliyoo Galiilii (Xaaliyaaniffaan yoo dubbifamu: ; 15 Gurrandhala 1564 – 8 Amajjii 1642), yeroo baayyee maqaa Galiiliyoo jedhamuun kan waammamu, fiizisistii, abbaa herregaa, injinerii, qorataa urjii, fi filoosoofera Xaaliyaanii kan warraaqsa saayinsii keessatti ga'ee guddaa tabatedha.

Hojii isaa keessaa teleskooppii fooyyessuu fi kanaan qorannoo astiroonoomii gochuudha, kunis tiyoorii kooppernikas deeggare. Galiiliyoon "abbaa daawwannaa astiroonoomii kan ammayyaa", "abbaa fiiziksii ammayyaa", "abbaa saayinsii", fi "abbaa saayinsii ammayyaa" maqaan jedhamu kennameeraafi.

Galiiliyoo Galiilii
Galiilii bara 1636
Galiiliyoo Galiilii

Gumaachi inni astiroonoomii daawwannaa keessatti godhe keessaa marsaa Veenusii mirkaneessuu, ji'a Juuppiterii gurguddaa arfan argachuu (kabaja isaaf jecha j'ioota Galiiliyoo jedhamanii kan moggaafaman), fi xuqaa-aduu (sunspot) daawwachuu fi qaaccessuu dha. Galiiliyoon saayinsii fi teknooloojii hojiirraa oolu irrattis hojjateera, kana keessaa koompaasii waraanaa fooyya'aa kalaquu fi meeshaalee kan bira hojjachuu ture.

Wabii

Tags:

SaayinsiiXaaliyaanii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Sheek Mahaammad Rashaad AbdulleeBaha AfrikaaYerooRiippabiliika Dimookiraatawaa KoongooXiinjireeTiyaatiraSadiiFiriiBiiftuuNaqamteRog-sadeeHawaasaAyooniiTaaddasaa BirruuGodina Gujii DhihaaSeenaa OromooSaayippiresBaaleeMuhaammad ZaakirOduu DuriiTarree Ciigoo OromooTarree Jechama OromooOnesmoos NasibBaayiloojiiJibuutiiGindabaratAfrikaa cirachuuIngilaandiSingaappoorTarkiiOromoo GujiiKallachaHalluuTarree Mammaaksa OromooWalqabsiistuuMagarsaa BariiDragonJimmaa RaareeAfaanDaraartuu TulluuAfran QallooAgarii TulluuOromoo WallooZaambiyaaTarree chaanaalota televijinii Afaan OromooMammaaksaHirphaa GaanfureeDhamsagaOzone layerRaadiyeeshinii elektiroomaagnineetiiAlberti AnistaayinKubbaa miillaaJechamaOnneeGudeeddiiSaan MaariinooAbuurraa AfrikaaMaqaaSheek Bakrii SaphaallooZalaalam AbarraaAfaan ArabaaGaara MuktaarHeeliyeemiiCaaccuuGareen kubbaa miilaa biyyaalessaa ItoophiyaaAadaa OromooMootummoota GamtoomaniiWarrana Adunya 1NaayijeeriyaaSeenaaAdda Bilisummaa OromooTarree Aanolee Oromiyaa🡆 More