Tokkoo

1 Lakkoofsa Saaphaloon :- 𐒡( tokko, takka, ) lakkoofsa qaama tokko ykn qaama tokkicha bakka bu'uudha .

Konveenshinii mallattoo zeeroon akka pozaatiivii yookaan negaatiiviitti hin ilaalamne keessatti, 1 lakkoofsa guutuu pozaatiivii isa jalqabaa fi isa xiqqaadha . Akkasumas yeroo tokko tokko tartiiba lakkoofsota lakkaawwii daangaa hin qabne keessaa isa jalqabaa ta’ee fudhatama, Lakkofsi tokkoo lakkoofsa lama dursee argama.Lakkoofsi tokko lakkoofsa hundaa 2ffaa yoo ta'uu Duwwatti aanee argama.

Tags:

LakkoofsaLama

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

AddeessaBamaqaaJarso (Hararge)Damee saayinsiiLeencaa fi WaraabessaOromooOromiyaaYerooGodina GujiiJeneetiikOliiqaa DingilWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaFaaruu OromiyaaAmantiiTarkiiIbrMaark TiweeynSeenaa GibxiiBilillee/MehbubaHaroo ShaallaaGammachuu MagarsaaGaazexaa BariisaaAmeerikaasGochimaTokkummaa Biyya MootiiPaarisSirna Argama AddunyaaAmeerikaa KibbaaJimmaa RaareeIttiiqaa TafariiDargiiBarbaree (aanaa)RaashiyaaXalayaaGaaleeLimmuu fi BilbilooMagarsaa BariiSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeAliyyii CirriiHolqa gurraachaGodina Baalee BahaaQoricha OromooWalqunnamtii saalaaMoosiiOdaaIfaGujiiJaarraa Abbaa GadaaChiiliiFiraansiHidhoo ayooniiTarree Ciigoo OromooMirgoota Dhala NamaaSeenaa Itoophiyaa SirriiHo'a AdunyaOromoo BaarentuuUruursu da'immaniiAsteer GannooGodina BooranaaSibiilaTeeridoofaayitootaAsoosamaFaaruu looniiTiyaatiraWalaloo🡆 More