Rogbaayyee

Ji'oomeetirii keessatti, pooliigoniin (jecha Giriik πολύς (polús) baayyee fi γωνία (gōnía) kornerii, kofoo, ykn γόνυ (gónu) jilba) danaa diriiraa kan sarara qajeelaa lakkoofsisaa beekkamaa ta'een daangeffamedha, sararri qajeelan kunis deebi'ee cufamuudhan cancala cufamaa ykn sarkiyuutii uuma.

Sararri qajeelan kun bukkee danaa sanaa jedhama, bakka itti bukkeen tokko bukkee biraatin waltuqu ammoo verteeksii ykn kornerii jedhama. Keessi danaa kanaa yeroo tokko tokko qaama danaa jedhama.

Tags:

Giriik

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Oromoo BaarentuuYaayyaa shananNapoleonOromoo GujiiDhahaAadaa OromooAreeroo BoosarooAlgata Ijaarroo(Gabatee Taaktoonikii)ItoophiyaaHawaasaNaannoo GaambeellaaLaalibalaaLammaa MagarsaaAsallaaTarree Mammaaksa OromooChaayinaaDimookiraasiiUummamaNooleeCiigooKanaadaaPilaaneetootaDirree IncinniiGaanfi AfrikaaEpicenterBarruuHimaMukaMatimaBakkallee AkdacheeFunyaanAmeerikaa KaabaaDinagdeeShawaaAlii BirraaAdam JilooHayilamaaram GammadaaGarba IndiyaaBallina BiyyottaNadhii GammadaaMootummaa AaksuumMaqaa BiqilootaaMoolaaliitiiSanbataBunaJi'oomeetiriiDirre DhawaaAanaa FiraankiOnneeGarba ArkitiikTaaksonoomii ykn xinramaddiiJajjuu (aanaa)BaddalleeKeeyyataSona (naamusa) .MiilixinximnaFakkiiKiristoositti ObboleewwanArsiiQaamu daalachaNeefcaantaaBarbaree (aanaa)🡆 More