Hara

Haroon qaama bishaan baldhina murtaa’e qabu kan kallatti hundaan qaama dacheetiin marfamee argamuudha.

Harawwan uumamaan ykn kan namootan ijaaraman Hara Nam-tolchee ta'u dandahu. Harawwan uumamaa harawwan Sulula Qiinxamaa Guddaa keessatti argamanii fi harawwan Sulula Qiinxamaa Guddaan alatti bakkeewwan lafa ol ka’oo irratti argamaniidha.

Harawwan Sulula Qiinxamaa

Harawwan sulula Qiinxamaa Guddaa keessatti argaman gad fageenyaa fi gara dalgaattis dheerina waan qabaniif tajaajila geejjibaa ni kennu. Muraasni isaani:

  • Hara Taangaanikaa
  • Hara Hara Maalaawii
  • Hara Kivuu
  • Hara Edwaard
  • Hara Albarti
  • Hara Turkaanaa
  • Hara Shaallaa
  • Hara Laangannoo
  • Hara Zuwaay (Danbal)
  • Hara Abjaataa
  • Hara Hawaasaa
  • Hara Caamoo

Harawwan Sulula Qiinxamaa Guddaan alaa

Kanas ilaali

Wabii

Tags:

Hara wwan Sulula QiinxamaaHara wwan Sulula Qiinxamaa Guddaan alaaHara Kanas ilaaliHara WabiiHaraSulula

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Makkoo BiliiSafuuWaraana CalanqooBaallii wal harkaa fuudhuu Me'ee BokkooGodina Arsii DhihaaNyaata fi miidhaa isaIspoortii AadaaHarargeeGaaddisaa BirruuWarra GowwaaBuno BaddalleeDaawud IbsaaMattuuMuuziqaaSeerlugaFaalama Qilleensaa Fi NaannooKompitaraWangoo 2021XalayaaSaayinsii HawaasaaGudeeddiiAnaatoomiiBalee GasgaarHajii Adam SaaddooLij IyyaasuuGodina JimmaaQilleensa MarsaaShaggooyyeeZalaalam AbarraaBaankiiCSululaSheek Bakrii SaphaallooWaaqeffannaaAartii OromooTarree chaanaalota televijinii Afaan OromooAmuruuGodina GujiiWallaggaKiristaanaaChee GuvaaraaElemoo QilxuuAbbabaa AbbishuuNBASeenaaUzbeekistaanJaarraa (aanaa)Gamtaa AfrikaaDhiibbaaMaqaa BiqilootaaWaraana Bilisummaa OromooTarree Mammaaksa OromooUsmaayyoo MusaaAfrikaa cirachuuJimmaDNAQubee LaatiniiAfaan OromooSenaaGadaaAppiliiOgbarruuDargiiHeeraa Mootummaa ItoophiyaaOromooKafaaHuseen Bunee--Fuula Dura3OrtodoksiiLafqubeellaa🡆 More