Orgaanizimii Seelhedduu

Orgaanizimoonni seel-hedduu ykn micirjirtii lubbiyyeedduu seelii hedduu irraa kan ijaaramanidha.

Seelonni kunis qaama keessatti dalagaalee adda addaa qabu. Fakkeenyaaf nafa keenya keessatti seelota kan akka seelota dhiigaa, seelota maashaa, seelota narvii, seelota lafeefi kanneen biroos ni argamu. Akkasumas, biqiltuu tokko keessatti seelota gosa adda addaa kan akka seelota ippiidarmii, seelota zaayileemii, filoomiifi kanneen kana fakkaatan biroos ni argamu. Fakkeenya orgaanizimoota seel-hedduu kan ta’an biqiltoota, qurxummilee, allaattiwwan, amfiibiyaanootaa, reeptaayilootaafi kanneen kana fakkaatanidha.

Orgaanizimii Seelhedduu
Nematode Caenorhabditis elegans niwukilasii seelii isaa calaqqisiisuuf faalame

Tags:

AllaattiiwanDagal-hareeyyiiDhiigaMunyuuqeeNarviiQurxummiileeSeelii (Lubbiyyoo)Sirna maashaalee

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Sa'ud ArabiyaaAncootee (nyaata)SaalaaHeeraa Mootummaa ItoophiyaaDurri diimaaMaqibsaGooftaa JaldooBulgeeriyaaTapha ijoolleeQananiisaa BaqqalaaWalalooOromoo BooranaaOliiqaa DingilOsascoWiikiipiidiyaaKiristaanummaaMaaynamaarHepatitis AHD 149026bTarree Ciigoo OromooBoosniyaa fi HerzegoviinaaSuwiiz KanaalSirna narviiWatana dukkanaaOostiriyaaFuula DuraNaqamteHarargee BahaaNaannoo OromiyaaLaativiyaaAwustireliyaaZimbaabuweeSexual intercourseQorsoddomaAbbabaa BiqilaaMaayikil JoordaanAbbaa Jifaar ISigimooRaashiyaaTiyaatiraFiinishiyaaVaayirasiiDambi DoollooTarree urjiiwwan TuujaanSeenaa jireenyaaAdda Bilisummaa OromooSalaaleeJimmaKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaNarvii miiraaAafrikaa Giddu GaleessaaFaaruu OromiyaaBaakteeriyaa Giraam negativii(Hi'eentaa)IslaamaaSaayikoloojiiJarmaniiNaannoo SumaaleeNooleeAfurFaaruuNarviiDirre DhawaaIndoneeshiyaaMala dubbiiDeenmaark🡆 More