Dagal-Hareeyyii

Dagal-hareeyyiin ykn Lafbishaneewwan (Afaan ingiliiziin: Amphibian )bineeldota lafee qabeeyyii yeroo jalqabaaf bishaan keessaa gara lafaatti madaqanii jireenya lafarraa eegalaniidha.

Amaloota Dagal-hareeyyiin ittiin beekaman kanneen armaan gadiiti. Bishaan keessaafi lafa irra jiraatu. Gogaan isaani iskeelii hin qabu. Qaamni hargansuu isaanii Asaassii (giilii), sombaafi gogaa jiidhina qabuudha. Sadarkaa jiisaa yookaan taadipooliitti bishaan keessa jiraachuun Asaassii (giilii) harganu. Onnee goloota sadiitti (go'aa(orikilii) lamaafi Dhoqonnee laataa(ventirikii)tokko) qoodame qabu. Ektootarmootadha. Walhormaata gaggeessuuf Dagal-hareeyyiin gara bishaaniitti deebi’u. Dagal-hareeyyiin akkuma qurxummiilee Walfudhanna sanyii qaaman alaa gaggeessu. Dhalaan isaanii hanqaaquu bishaan keessatti buusti. Kormaanis sanyii kormaa bishaan keessatti gad-lakkisuun hanqaaquu waliin walfudhata. Walfudhanna sanyiin booda, micireen uumame gara jiisaatti jijjiirama. Fakkeenyi Dagal-hareeyyootaa kanneen akka fattee, raachaafi kan kana fakkaataniidha,Dagal-hareeyyiiin qaama saalaa ala nafaa isaanii irraa hin qaban. Dhaltuun hanqaaquu bishaan keessatti buusti. Kormaanis sanyii isaa bishaan keessatti dhangalaasa. rimeesuu bishaan keessatti raawwata jechuudha. rimeesuu booda, micireen uumame gara jiisaatti jijjiirama. Jiisaan hanqaaquu keessaa bahe kun Callee(tadpole) jedhama.

Dagal-Hareeyyii
Dagal-hareeyyii

Tags:

Asaassii(Gill)Lafee qabeeyyii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

SaayinsiiLammaa MagarsaaHayilee FidaaItoopiyaaBill GateDaarabaaftuuMosaajiiSa’o Toomee fi PiriinsippeeHawaasaFiiziksiiSirna hargansuuSeerlugaEBeeljiyeemAbbooy SibihaatAsiidiiKirgistaanAbbaaduulaa GammadaaVeetinaamLerransaMatimaDaraartuu TulluuTeeknooloojiiSeenaa ItoophiyaaOnesmoos NasibWallaggaTarree Jechama OromooNikaraagu'aaBudizimiiNoonnooTarree Eebba OromooBaskin-RobbinsBiqiltuu FaaggeeSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeSiiqqeeIslaamaaKiristaanummaaZalaalam AbarraaAfaan OromooSona (naamusa) .MarqaaMooskooWalqunnamtii saalaaAfrikaaWarqeeBaaduuYaayyaa shananMaannaa (aanaa)SudaanArsiiMuuziqaaOrgaanizimiiAmeerikaa KaabaaQananiisaa BaqqalaaInfoormaatiksiiKuubaaMacaafa QulqulluuFaateeMarsHepatitis AIndoneeshiyaaGudayyaa BiilaaAsallaaGoogleMagarsaa BariiWallagga DhihaaMala dubbiiSheekkoo Leencaa fi Waraabessaa🡆 More