Okokkee

Okokkeen, herrega keessatti, tuuta tuqaa p kan fageenyi isaanii tuqaa lama F 1 fi F 2 irraa yeroo hunda gatii dhaabbataa kennu dha.

F 1 fi F 2 xiyyeeffannoo okokkee jedhamuun beekamu. okokkeen hiika walqixa sirrii kan biraa qaba, kunis, okokkee boca yeroo koonii geengoo fuula diriiraa qabu murannu argannudha. Karaa biraatiin yeroo hiikamu oovaalii jechuun fakkeenyaaf bishaan osoo hin guutin geela geengoo keessa galchinee, achiis geela sana lafa kaa’uu, bocni fuula bishaanichaa oovaalii jedhama.

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Tarree Eebba OromooIsaaq NiwuutenMatimaRaashiyaaGaanfa AfrikaaDhaamjechaSaayikoloojiiAntaarkitikaaLimmu (aanaa)Magarsaa BariiSirna BiiftuuAbbabaa BiqilaaGeerarsaSiilindariiKemistiriiAfran QallooDurbummaaSibiila diimaaNadhii GammadaaGuddinaa TumsaaFaaruu OromiyaaMaqibsaHo'a AdunyaNooleeOmaanSardiidaa fi LukkuuFakkiiRuwaandaaOromoo BaarentuuBakar WaareeGarasuu Dhukii23r4Aadaa OromooKallachaGudeeduBokkuuMaayitoosisiiLerransaSeenaa ItoophiyaaAfaanEeshiyaaKeeyyataTarkiiBaallii Wal harkaa fuudhuuAlkeemistiicha (asoosama)IrreechaMoshchenaTarree WalalooBaaduuBiqilaaFuula DuraAreerii-duraaSaalaaOromoo TuulamaSeerlugaNaannoolee ItoophiyaaTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaJaariftinaIfaOnesmoos NasibMarqaaBaha ShawaaHarkaa fi harma muraa AanoleeTiyaatiraSirna Gadaa🡆 More