Nasa

NASA (National Aeronautics and Space Administratrion) kuni agentii United States Federal Government yoo ta'u, dirqamma wa'e space ummatta USA qaba.

July 29, 1958 (G.C.)tti National Aeronautics and Space Actiin dhabatte, qarqarsii bara 2007tti argattu hanga Dollar U.S billion 16.8 ni ta'a.

Wa'ee Space qofa osoo hin ta'in Nasan wa'e qo'anna aerospacii ummatta yeroo dherafi hojjatani fi wataderottafi ni kenna. February 2006 (G.C.) jalqabbe NASAn wagga nu durra jirranif qo'anno Space Exploration, Scientific Discovery and Aeronautics jabbesu erga tokkoffa godhatte ka'erra.

Tags:

USA

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Saayinsii HawaasaaOmaanOromiyaaYuuraanisAfran QallooGaanfi AfrikaaMisooma hanqaaquuPaarisBurkaanaIluu Abbaa BooraaGammachuu MagarsaaGaazexaa BariisaaAadaa OromooFiraansiBilillee/MehbubaBaaleWaraana CalanqooKaartaaAlii BirraaFakkiiAfrikaaSaaphaphuuCarraa Ta'uumsaaNeeppaalMaark TiweeynDinagdeeAmantiiSaalaaDega (woreda)Afaan OromooGaaddisaa BirruuBarbaree (aanaa)Qurxummiilee459Horroo GuduruuJimmaa RaareeSeenaa Itoophiyaa SirriiSaayinsiiOliiqaa DingilGochibsaNarviiNoorweyTarree Mammaaksa OromooGumii Waaqeffattoota AddunyaaAllaattiiwanUummamaHo'a AdunyaKalqabeeGalaana MeditiraaniyaaniiCiigooDurbummaaBallina BiyyottaHalluuMagaala BishooftuuSeerlugaBaankiiQalbiiDamee saayinsiiWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaKooriyaa KaabaaBageemidirXurunash DibaabaaShawaaRoobiiAmbooPilaatileetiiTeeridoofaayitootaMarsaa bishaanii🡆 More