Adamsoo

Adamsoon hariiroo orgaanizimoota adda addaa gidduutti uumamu yoo ta’u, hariiroo kana keessatti adamsituun kan fayyadamu yoo ta’u, adamsamtuun immoo ni miidhama.

Adamsoo
Adamsoo kophaa: Osoon Qaranbullee Bantii foon rifeensa qabuu fi ajjeese nyaata.
Adamsoo
Miidhamtoota hawaasaa: Mixiin foon ofii caalaa guddaa ta'e nyaachuuf waliin hojjatu.

fknf:-Hariiroon leencaa fi gafarsa gidduutti uumamufakkeenya ta’a.Adamsitoonni qaama nafa salphaa fi si’atoowaan qabaniif salphaatti adamsanii soorataargachuu ni danda’u. Bineeldoonni kan akkaleencaa fi qeerransaa foolii dha’uun adamsamtuuisaanii hordofuun argachuu danda’u.

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

RaagamtaaAlii BirraaWahiyyoo(elementii)Salamoon DannaqaaUummamaRezisteriiQoricha OromooHuseen BuneeAbbaa Jifaar IMosaajiiCirooFiriiCaasluga Afaan OromooDoonaaldi TiraampiLafaKemistiriiWaalgaaNaannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota KibbaaSeenaaCaatoo WarroomiiNeeptuuniinWarra GowwaaDaldala Garbaa ArabaaAmbo (magaala)AfoolaMaagineetiin Gargar DhiluuArmeeniyaaZalaalam AbarraaOromoo ItuuSirna-BiiftuuGeerarsaMalleen DubbiiBaskin-RobbinsMarqaaKeeyyataMaaynamaarCaaccuuIlfinash QannooSiidniiAkeekkooBaqqalaa GarbaaTarree Mammaaksa OromooAmantiiGudayyaa BiilaaTokkummaa Biyya MootiiAsallaaHarargee lixaFiiziksiiMattuuGuutamaa HawaasTarree Jechama OromooWaaqoo GuutuuChee GuvaaraaIkkooloojiiAfrikaa cirachuuJaappaanYaayyaa shananGaaziiSirna narviiMoogaa(Diamond)Tarree Ciigoo OromooItoophiyaaVacuumAdmaasuu BiraanuuQubee LaatiniiBiqilaaWalisooQabbanbalaliiUsmaayyoo Musaa🡆 More