Yadeeloo

Kutaa muuziqaa baay’ee bal’aa ta’eefi kan kallattiin muuziqaan wal-qabatuudha.

Lubbuu muuziqaa ti, jedhamuunis beekama. Yeedaloon qindoomina duraa duuba sagalee sammuun fudhachuu danda’uu ti. Kutaan yeedaloo rukkutta, faaruuwwan sasalphaafi foormiin akka mi’aayina sagalee keessa jiraatu kan taasiisu yeroo ta’uu, kissaga (pitch) jechuun ol-ka’iinsaafi gad-bu’iinsa sagalee jechuudha. Yeedaloon sagalee tokko irraa gara sagalee biraatti fageenya ykn tarkaanfii dheeraan fagaachuufi dhiyyaachuu kan danda’uudha. Tarreeffama sagaleewwan qindoomina qabaniti. Yaa’insa sagalee duraa duuba isaa eegachuun qindaa’ee fi kan gurra namaatti toluudha

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Ballina BiyyottaIlfataHollannaa lafaaNBAHajii Adam SaaddooItoophiyaaCaasluga Afaan OromooMuuziqaaMosaajiiWaraana CalanqooSeerlugaIlbiisaAdoolfi HitlerCigooGarasuu DhukiiArkiyooloojiiLeencaa fi Dhala NamaaInjineriingiiGudeeddiiBaatiriiIstaadiyeemii Addis AbabaaElektirikiiBirsagaVacuumWallagga BahaaWaalgaaUummamaChaayinaaElemoo QilxuuWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaOromoo GujiiYuurooppiAfrikaaDaraartuu TulluuTarree Jechama OromooGabbaraRog-sadeeDurri diimaaFIFAHorroo GuduruuPiyeer KuriiKaarbooniiSululaBuutanAntiraaksiiJi’oomeetirii jabaaJaawuda drangonHarargee BahaaTarree urjiiwwan TuujaanJarmaniiCiigooJaarraa Abbaa GadaaHelikoopteriiArsiiHarree diidooGimbiiAadaaWangoo 2021AkeekkooAadaa OromooOg-barruuFuula DuraBarreeffamoota Waa'ee OromooBuno BaddalleeKumsaa MorodaaXalayaaJooyi Baayiden🡆 More