Rookeetiifurgaatuu

furgaatuun kun wanta balali’u yoo ta’u, akka armaan gadiitti dho’iinsa golee gubaa keessatti raawwatamuun seera bu’uuraa (principle of impulsive reaction) irratti kan hojjetu yoo ta’u, ofumaan kan hojjetu malee qilleensi misaa’ela sana marsee jiraachuu isaa wajjin kan wal hin qabanne miti; Kunis, sochiin furgaatuu ykn furguggee bakka qilleensa hin qabne keessattis ni hojjeta, fakkeenyaaf (yeroo gubachuun boba’aa qilleensa hin barbaanne).

Misaa’ela irraa kan adda ta’u, akkuma fageenya ilaalchisee ta’u, marsaan saffisa furgaatuutichaa dheeraa ta’uu isaati.

Rookeetiifurgaatuu
Furgaatuu

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Barreeffamoota Waa'ee OromooHalluuPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeNaqamteeHeyitiiKubeeZalaalam AbarraaMahaammad HasanFakkiiLandanAsallaaAayislaandiOgbarruuTarkiiJimmaa RaareeElemoo QilxuuQoqqoodama OromooCaaccuuBusaaMaddarroo(molakiyulii)FoloqaKompaawundii keemikaalaaGujiiTarree Aanolee OromiyaaAntaarkitikaaFaaruu ItoophiyaaLubbiyyoo saalaa (gametes)Sheekkoo Leencaa fi Dhala NamaaGalaana MeditiraaniyaaniiAbiishee GarbaaShawaa Kibba LixaaBaallii Wal harkaa fuudhuuAbooma mitiku WaqooMoosiiPilaatileetiiOromoo ItuuAteeteeDega (woreda)Misooma hanqaaquuNoorweyYandiiIluu Abbaa BooraaJarso (Hararge)Abuurraa AfrikaaIraanKuushDinquu DayyaasaaYakkaIspoortii AadaaFaaruu OromiyaaGochimaYamanSardiidaa fi LukkuuDolfiinFaalama Qilleensaa Fi NaannooSirna DhuyyaaKumsaa MorodaaXalayaaHawaasaWiikiipiidiyaaWallagga DhihaaAncooteeQurxummiileeQaalluuSibiila diimaaDaraartuu TulluuTeeridoofaayitoota🡆 More