Xindachee Keessa Lafaa: Ahmedhussen"org

Baqqaanni kun baqqaana irra lafaatti aanuun gara keessatti argame.Yabbinni baqqaana kanaa gara Kiiloomeetira 2900 ta’a jedhamee tilmaamama.

Kattalleen keessabaqqaana kanaatti argaman albuuddan ulfaatina qaban kanneen akka maagneeziyemiii rraaijaarame. Jabeenyi kattaalee kanniinii akkuma gara qaama keessa lafaatti gad fagaataa deemuunlallaafaa ta’uu fi suuta suutaan gara bifa dhangala’ootti jijjiirama. Kattalleen kunniin baquun garawaan dhangalootti akka jijjiiraman kan taasise oo’a cimaa keessa baqqaana kanaatti argamuudha.Akkuma gad fageenyi keessa lafaa dabalaa deemuun hammi oo’aa keessa lafaas dabaluun cimaadhufa.

Xindachee Keessa Lafaa: Ahmedhussen
Caasaa keessoo Lafaa

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

SuuphanaIttiiqaa TafariiFaaruuZalaalam AbarraaGudeeddiiQilleensa MarsaaAartii OromooRog-sadeeRaammoo geengooKofalee (aanaa)Guddinaa TumsaaAntiraaksiiAljeeriyaaMiitoosiisKallachaWallagga BahaaCumbooBuruundiiAreerii-duraaTeeridoofaayitootaMammaaksaHeelleeXalayaaMaayitoosisiiKutimaFinfinneeLiibiyaaHiibbooSheekkoo Leencaa fi JaldeessaaQeerransaKonkolaataaHirmaata Dubbii Afaan OromooTsunamisXiinjireeSadhata waliigalaaTarree Eebba OromooAwustireliyaaBakar WaareeOromoo BooranaaBamaqaaOromoo TuulamaaXin-hawaaIrreechaHarargee BahaaKanaadaaBaayoogaaziiWangeelaMootummoota GamtoomaniiHidhoo ayooniiTropical cycloneSaayippiresSeenaa OromooSaalaaSiidniiSibiila diimaaWaliso (magaalaa)Abubakar MuussaYaayyaa shananOromoo WallooLafa SidaamooNadhii GammadaaGaaddisaa BirruuDamee saayinsii🡆 More