Henrii Mortan Istaanlii

Henrii Mortan Istaanlii, nama 1871tti Liviingistoon argatee akkasumas gargaarsa godheef (jechama Dr Liviingistoon, natti fakkaata kan uume), lammata gara Zaanzibaar deemuf 1874 qajeele.

Jila abuurraa Afrikaa hunda keessaa haala baayyee yaadatamuun, Istaanliin Viktooriyaa Niyaanza (Haroo Viktooriyaa) fi Haroo Tangaanikaatti geejjiba bishaanirraatti itti naannaa'ee ilaale. Sana darbee lafa naannoo Lu'alabaa qorachuun, Istaanliin laga hanga Garba Atilaantiikitti hordofee deeme - garba kana 1877tti ga'e - lagni kunis Laga Koongoo ta'uu mirkaneesse.

Henrii Mortan Istaanlii

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

BaayoloojiiSaayippiresGodina BooranaaLeencaWaldaa kiristaanaaKoloneeffamuu AfrikaaAntaarkitikaaAbbabaa BiqilaaSaayinsiiFiliippiinsiOromiyaOromoo BaarentuuWalalooAyinaniiShawaaJimmaa RaareeBageemidirMaqaalee Rabbi (Islaama)GudeeduDaraaraaXalayaaHibbooHollannaa lafaaSirna hargansuuHarkaa fi harma muraa AanoleeSardiidaa fi LukkuuLafa GujiiBalbala'aBaaduuGodina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneKallachaSaffisaMosaajiiBiqiltoota DaaaraaMiciraa(Zygote)NeeptuuniinBaaleHorroo Guduruu23r4AayislaandiFaaruu looniiDhaamjechaSirna maashaaleeSheekkoo Leencaa fi JaldeessaaBoqojjii (magaalaa)JeneetiikAsaassii(Gill)SaaphaphuuKaansariiLerransaBaayoogaaziiWalqunnamtii saalaaOg-barruuAbubakar MuussaGORSAOliiqaa DingilIraanPilaatileetiiJaarraa Abbaa GadaaRuwaandaaQurxummiileeKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaDurbummaaSukkara ykn KaarboohayidireetiAristootilMagaala Bishooftuu🡆 More