Ozone

Ozone (O3) kan jedhamu molekula atomi-sadii qabu, kan atomotta oxygenaa sadii ofii kessa qabu dha.

Kunis allotropeii oxygenaa yoo ta'uu diatomic O2 irra ofii danda'uun diqqatte argame. Ozoniin sadarka-lafa (Ground-level) irratti argamu qillensa kan hamessu fi akkatta qillensa basu fi galchu (respiratory system) binensotta kan midhuu dha. Ozoniin atmosferra gubba irratti argamu garuu cararii Ultraviolet jedhamu kan nama irratti midha dhaqabsu danda'u akka lafaa hin dhaqabne godhaa. Kuniis hamaa diqoon Atmosferra Lafa kessatti argama. Fayyadamtotta fi Industrii kessatti gochaa heduu qaba. Allotrope kemikalotta kessaa sayintistiin kan jalqaban bekkame Ozone yoo ta'uu, kuniis akka kemikala kompoundit kan gargara bafame bara 1840t namicha Christian Friedrich Schönbein jedhamun yoo ta'uu innis jechaa Greeka (ozein) irratti maqaa basef. Kuniis maqaa urgaa yeroo lightining jiruu dha. Urgaan yeroo lightiningii argamu kunii kan dhufuu jijjirama kemikalaa yeroo sunitii dafee ademsifamu irra malee ozoni irra kan dhufuu miti. Formulaan ozone, O3, hanga bara 1865faat hin murtefamne turee, bara kanatiis J.L.Soret namichi jedhamu murtessu yoo danda'uu bara 1867t immoo Schonbein namichi jedhamu dhugessu danda'erra.

Tags:

Ultraviolet

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

PilaaneetootaDhaha BooranaaSeenaa OromooTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaPaarisRaashiyaaBaaroo TumsaaTokkummaa Biyya MootiiKamboodiyaaMelaninHaacaaluu HundeessaaAfurQeellam WallaggaaBulee HoraaVaayirasiiHepatitis AOromooKallachaHayilamaaram GammadaaKumsaa MorodaaTeeknooloojii459Seenaa Itoophiyaa SirriiUSARamaddamee(Taxonomy)Afaan OccitanAlgata Ijaarroo(Gabatee Taaktoonikii)Paarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeTaaddasaa BirruuUummamaNaannoo TigraayDirree IncinniiGujiiAfrikaa DhihaaLaativiyaaWaaqeffataaJaarraa Abbaa GadaaArctic OceanMutaa’uu SanyiiTornadoWaaqeffannaaNaannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota KibbaaAmbooCaaccuuGilaayikoolisisiiFiinishiyaaIrreechaAfoolaMichelangeloLiiban (aanaa)Dinquu DayyaasaaAmbo (aanaa)Abbaaduulaa GammadaaHarargee DhihaaAncootee (nyaata)GandummaaYuukireenLafaAgarii TulluuAfaanota ItoophiyaaBaha AfrikaaNooleeBaallii wal harkaa fuudhuu Me'ee BokkooAbuurraa AfrikaaSaayinsiiFincila Baalee🡆 More