Kaalloo

Maagmaan ykn kaalloon sababa dhiibbaa guddaa irraa kan ka’e hoo’a cimaadhan kattaan keessa lafaa baqee dhangalaa’u.

suddoowwan jajjaboo fi gaazota of keessaa qabaachuu danda’a. Gosoonni maagmaa adda addaa kan jiran yoo ta’u, kanneen akka maagmaa feelsiikii (furdaa fi siiliikaan badhaadhe) fi maagmaan maafikii (siiliikaan dhangala’aa fi gadi aanaa). Maagmaan lafa jalatti suuta qabbanaa’ee dhagaa qilee ykn pilaatoonikii akka giraanaayitii uumuu danda’a ykn volkaanoo irraa akka laavaatti ykn humbuluqatti dho’ee dafee qabbanaa’ee dhagaa akka qarsaa uumuu danda’a.

Kaalloo

Tags:

Volcano

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

GoogleBiraazilBuno BaddalleeFaayitoopilaankitooniiAbbabaa AbbishuuRamaddamee(Taxonomy)KaarbooniiOgbarruuNaannoo OromiyaaUrjiiTokkummaa Biyya MootiiSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaWaraana CalanqooGiddu-galeessa EeshiyaaTarree Mammaaksa OromooNaannoo WolaayitaaSiishelsiIsaaq NiwuutenQarcabbojaaGiingisuuFaasiladasWarqeeDhaamjechaKaappitaalizimiiOdaa awardSheek Bakrii SaphaallooSayyoo DandanaaHimaJawaar MahaammadXiinnaannooJechaGabbaraSa'ud ArabiyaaBooranaAgarii TulluuMaayikil JoordaanBaayoogaaziiIspeenUbuntuTanzaaniyaaGilaayikooliyizisiiBaaleDinagdeeGudeeduMasjiidaHuseen BuneeAwwaaldiigessa qoreeKutimaMichelangeloLij IyyaasuuWalqabsiistuuZalaalam AbarraaBishaanIslaamaaRonaldinhoDaawud IbsaaMaalaawiiKompitaraBiiftuuYuutubiiSaayinsii Hawaasaa🡆 More