Yeedaloo

Kutaa muuziqaa baay’ee bal’aa ta’eefi kan kallattiin muuziqaan wal-qabatuudha.

Lubbuu muuziqaa ti, jedhamuunis beekama. Yeedaloon qindoomina duraa duuba sagalee sammuun fudhachuu danda’uu ti. Kutaan yeedaloo rukkutta, faaruuwwan sasalphaafi foormiin akka mi’aayina sagalee keessa jiraatu kan taasiisu yeroo ta’uu, kissaga (pitch) jechuun ol-ka’iinsaafi gad-bu’iinsa sagalee jechuudha. Yeedaloon sagalee tokko irraa gara sagalee biraatti fageenya ykn tarkaanfii dheeraan fagaachuufi dhiyyaachuu kan danda’uudha. Tarreeffama sagaleewwan qindoomina qabaniti. Yaa’insa sagalee duraa duuba isaa eegachuun qindaa’ee fi kan gurra namaatti toluudha.

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

BamaqaaKaataarDeenmaarkTapha ijoolleeHoosiiftootaNaqamteDhiigaPilaasmaa DhiigaaHirmaata Dubbii Afaan OromooRoobee (aanaa)LeencaGootfiriid Viilhelmi LaayibiniizUjummoo dhiigaaLij IyyaasuuAntiroppooloojiiTsunamisMoogaa(Diamond)Sa'ud ArabiyaaNaannoo OromiyaaAbbush ZallaqaaEeshiyaaNeefcaantaaNaachaHaroo MaayaaBoosniyaa fi HerzegoviinaaMarqaaPapua New GuineaJi'oomeetiriiAsiaKaartaaArjentiinaaIlbiisaAbboomaa MitikkuuMaqaaGandummaaRed SeaNASATiyaatiraGaanfi AfrikaaLeencaa fi Dhala NamaaKusaa jechoota hawaaMararaa GuddinaaOsascoKooriyaa KibbaaLeencoo LataaSochii (fiiziksii)Saayinsii HawaasaaKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaMaqaa domeeniiPaakistaanSaayikoloojiiFunyaanLafaBowwaaAdda Bilisummaa OromooNaannoo AmaaraaGabbaraAbbabach GoobanaaQaraambulleeAbbaaduulaa GammadaaAsallaaTarree Eebba OromooDhaamjechaOnneeJumoomaBakkallee AkdacheeKaazaakistaan🡆 More