Chaarlii Chaappiliin

Chaarlii Chaappiliin (Afaan Ingiliish: Charlie Chaplin; A.L.A 16 Ebla 1889 – 25 Mudde 1977) taatoo, komediyaanii, fi hojjataa fiilmii lammii Ingilaandi kan bara fiilmin sagalee hin qabne keessa beekkamtii guddaa argatedha.

Chaarlii Chaappiliin
Chaarlii Chaappiliin
Ogummaa:
Biyya: Ingilaandi
Guyyaa dhalootaa: 16 Ebla 1889
Bakka dhalootaa:
Guyyaa du'aa: 25 Mudde 1977

Chaappiliin eenyumaa fiilmirratti tabatuu kan "za tiraampi" jedhamuun addunyaa mara keessatii baayyee beekkamaa ta'e, seena industirii fiilmii keessattis akka nama addaatti ilaallama. Chaappiliin ogummaa kana keessa waggaa 75 ol ture, kunis ijoollummaa isaa kan bara Viiktooriyaa keessatii kaasee hanga umurii 88 du'aan boqotutti ture. Hojiinsaa dinqisiifannaa baayyee kan argate yoo ta'u wantoota mormisiisa ta'anis of keessaa qaba.

Tags:

Afaan IngiliishIngilaandi

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

DhaamjechaIrreechaQananiisaa BaqqalaaShawaa DhihaaBeeljiyeemHorroo GuduruuCrust (geology)IfaDurduubeeGujiiRookeetii(furgaatuu)Godina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneGodina Arsii DhihaaKofalee (aanaa)Jooyi BaayidenAsaassii(Gill)Ji'oomeetiriiHibbooAmeerikaa KaabaaTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaAliyyii CirriiKemistiriiTaajaakistaanMaqaa GuyyootaKeeyyataDhaabaa WayyeessaaQorannoo jechoota ijooLeencaElektirooniiZoodiyaakMagarsaa BariiRio de JaneiroYuunivarsiitii ArsiiMadagascarKanaadaaDirree DhawaaKaansariiOromo DictionaryWalaabuu/hawaaMaatiiHarargee LixaaEeshiyaaAfaan IngiliishIbrEeritiraaDaayoodiiAadaaOliiqaa DingilWallagga DhihaaGaambiyaaQeellam WallaggaaAmeerikaasWarroomii (faankishinii)Ujummoo dhiigaaFaaruu ItoophiyaaMaqaa BiqilootaaQarambullee(Baaguda/Bear)FaaruuShaggooyyeeRog-sadeeQaama sirna Biiftuu xixiqqooOromoo BooranaaAddooyyeeOromoo WallooHantuuta moluu qaama qullaaOromoo MaccaaMakkoo BiliiQooccoQolka qillensaa (biroonkaayii)Vaatikaan🡆 More