Ispeektarmii

Ispeektarmiin ykn Calalliin haala tuuta gatii murtaa'e irratti hin daangeffamne garuu walitti fufiinsa keessatti daangaa hin qabne garaagarummaa qabaachuu danda'u jedhamee ibsama.

Yaad-rimee fi dameewwan bal’aa kanneen akka fiiziksii, keemistirii, baayoloojii, saayikoloojii, xiwwaasa fi kkf agarsiisuu danda’a. Fiiziksii keessatti ispeektirii jechuun madaana elektiromaagneetikii adda addaa kan agarsiisu yoo ta’u, kunis dambalii raadiyoo, maaykirooweeyii, raadiyaashiniin infrared, ifa mul’atu, raadiyaashiniin altiraavaayoleetii, carrallaa/biifoo eksiree fi biifoo gamaa of keessatti qabata. Keemistirii keessatti hamma dheerina dalgee raadiyaashiniin elektiromaagneetikii wanti tokko xuuxuu ykn gadi lakkisu agarsiisa. Yaad-rimeen ispeektarmii saayinsii hawaasaa keessattis mata duree murtaa’e tokko irratti yaada ykn ejjennoo adda addaa, daangaa tokko irraa gara daangaa biraatti ibsuuf kan gargaarudha.

Ispeektarmii
Ispeektarmii sabbata waaqaa keessa jiru

Tags:

BaayoloojiiDambaliiFiiziksiiKemistiriiSaayikoloojiiXiwwaasa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

SingaappoorZalaalam AbarraaGalaanaa GaaromsaaQaamu daalachaLootuu SheeyxaanaaBiyya lafa qofaan marfamteGiiniiSadhata waliigalaaFaateeAffaarRussiaFalaasamaIstaadiyeemii Addis AbabaaKutaa Hujeessaa GiddugaleessaaJimmaa RaareePeeruuRaashiyaaAdda Bilisummaa OromooOromoo BaarentuuHaayidirookaarbooniiJi'ooloojiiUrjiiHiibbooAfaan OromooFufiiKubbaa miillaaAlamuu QixxeessaaBishooftuuKemistiriiMuluu BaqqalaaSirna GadaaDNAKallachaKuulaDeenmaarkSomaaliyaaBaatiriiNaannoo AmaaraaKostaa RikaaHaloo DaawweeDaldalaAncooteeWaaqaLaga AwaashPilaatileetiiLitiyeemiiKirooshiyaaYuukireenAfaan OromoQilleensa MarsaaMagaala BishooftuuQaalluuIppistimooloojiiWalalooKaarli Firidiriish GaawusSaayinsii HawaasaaAmaallamaaKirgistaanHarargee BahaaFixeensaAdmaasuu BiraanuuPaakistaanPoorchugaalKamboodiyaaGaambiyaa🡆 More