Haroo Limmuu

Aanaan Haroo Limmuu aanoolee Godina Wallagga Bahaa keessatti argaman keessaa ishee tokko dha.

Aanaan Haroo Limmuu maqaa kana kan moggafatte yeroo jalqabaa aanaa Limmuu jalatti hundooftee bulaa turtee haala kana irraa ka'uun yeroo amma kana immoo bara 1998 of danda'uu dhaan maqaa kana argatteetti cittee jirti. Aanaan Haroo Limmuu Godina Wallagga Bahaa irraa kallatti dhihaatti argamti. A/H/L/ kallatti bahaan aanaa Limmuu, kallattii lixaan naannoo Beneshanguul Gumuz, kibbaan aanaa Eebantuun dangeffamtee argamti. Aanaattiin horsiisa beeyladootaa fi akkasumaas kunuunsa bineensota bosonaan ni beekanti. Kana qofa osoo hin taane haalli qillensa ishee jireenyaaf mijataa, namoonni gurguddoo, gootonni kanneen akka Abdiisaa faa achuma kessatti argamu. Aanaan Haroo Limmuu dhadhaa fi damma qulqulluu sadarkaa isaa eeggate oomishuu keessatti bakka guddaa qabdi. Lafa bal'aa qilleensi isaa badda daree oomisha midhaan dheedhii kanneen akka boqqolloo,qamadii fi akurii fi baaqelaafaa oomishuuf mijataa ta'e heddumminaan qabdi. Tulluun guddaan albuuda gati jabeeeyyii qaban kanneen akka Gaddibeenii fi saallan achi keessatti argama.

Wabii


Aanolee Wallagga Bahaa
Boonayyaa Boshee | Diggaa | Giddaa Kiiramuu | Gobbuu Sayyoo | Gudayyaa Biilaa | Guutoo Giddaa | Haroo Limmuu | Ibantu | Jimmaa Arjoo | Leeqaa Dullachaa | Limmu | Magaalaa Naqamtee | Nuunnoo Qombaa | Saasigga | Sibuu Siree | Waamaa Hagaloo | Waayyuu Tuka

Tags:

Wallagga Bahaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

GochibsaWiikiipiidiyaaAwustireliyaaJooyi BaayidenKaartaaGimbiiQubee LaatiniiBaddeessaaHarree diidooKeeyyataDambaliiIngilaandiEebbisaa AddunyaaGaa'elaArjentiinaaOromiyaaSeerlugaMaakeemaAmbo (aanaa)Abiyyi AhimadSaalaaOromiyaMaagneetiizimiiAanaa FiraankiDamee saayinsiiDooqaAppiliiGadaaCGiriikWahiyyoo(elementii)RezisteriiFeesbuukiiOnesmoos NasibDadacha'insa LafaaMaleeshiyaaInformaatiiksiPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeRaashiyaaKooriyaa KaabaaAreeroo BoosarooJi'oomeetiriiTarree Jechama OromooGammachuu MagarsaaWaaqeffannaaFiiniksiiJi'oota WoggaaSirna-BiiftuuIspoortii AadaaMaaynamaarChaayinaaMaqdhaalaIlbiisaBaaleeDaldalaaArsiiTaaddasaa BirruuWallagga BahaaBurqataOromooGaaddisaa BirruuPilaaneettiiFiiziksiiGeedalaGobbaaAlii BirraaJaappaanAbaabooAl Nassr FCWalaloo🡆 More