Anniisaa Aduu

Aduun madda anniisaa uumamaa isa guddaadha.

Aduun osoo hin jiraannee lubbu qabeeyyiin jiraachuu hin danda’an. anniisaan aduu anniisaa elektiriikii uumuu nidanda’a. Soolaariin anniisaa aduu irraa sassaabuun gara anniisaa elektiriikiitti jijjiira. Kan biroo immoo biqiltoonni magariisaa nyaata qopheeffachuuf anniisaa aduutti fayyadamu. Biqiltoonni magariisaa anniisaa aduutti fayyadamuun fotoosintaasisii gaggeessu. Adeemsi biqiloonni magariisaa kaarboondaayoksaayidiifi bishaanitti fayyadamuun bakka anniisaan adduu jirutti walnyaatisa keemikbaala gaggeessuun guluukosii oomishan Jaarifa jedhama. Adeemsa kana keessatti anniisaan aduu gara anniisaa keemikaalaatti jijjiirama

Anniisaa Aduu
Aduun raadiyaashiniin elektiromaagneetikii akka anniisaa faayidaa qabuutti fayyadamuu danda’u ni uuma.

Tags:

Anniisaa keemikaalaaBiiftuuElektirikiiQophifa ykn footosinteesi

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

BeelaarusAllaattiiwanNoorweyKostaa RikaaAngoolaaAanaa ShirkaMadagaskaarYuunivarsiitii Bulee HoraaKooriyaa KaabaaSodiyeemiiSaayinsiiQoqqoodama OromooAsaffaa Shaaroo LammiiMarooDarraaAfrikaa Giddu GaleessaaKaataarHantuuta moluu qaama qullaaEjereeBakar WaareeOromoo MaccaaAsekoKana BeektaaOdaaAda’aa BargaaShawaa DhihaaHawaasa ItoopiyaaInjineriingiiSeerlugaBoliiviyaaSafuuKeeppi VerdeeKaazaakistaanOg-barruuAdurreeGaaleeKeeniyaaDodolaLaayibeeriyaaFufiiGujiiWaaqeffataaSirna GadaaQubee Afaan OromooNaqamteDaldalaaBirunaayKaappaasiteriiMaaldivsiA1001 Dh.K.BAsaffaa TafarraaLafaAntiiguwaa fi BaarbuudaaGimbiiKemistiriiQubee LaatiniiNaannoo ItoopiyaaAfaan alaabaaAfaan ArabaaXin-hawaaMorookooBildimaa (halluu)Mararaa GuddinaaSibiila diimaaKuubaaYugaandaa🡆 More