Koyaa

Koyaan gosa kompiitara socho'aa yeroo baayyee kiiloo giraama 1 hanga 3 (paawundii 2 hanga 7) ulfaatu yoo ta'u, kompiitara matayyaa xiqqaa imalaaf mijatudha.

Baachuuf salphaa fi umurii baatirii gara sa'aatii 4 hanga 8 kan qabuu fi meeshaa gatii madaalawaa ta'edha.

Koyaa
Koyaa

Laaptooppiin tokko yoo Core i5 ykn i7 qabaate dandeettii gaarii qabaata.

Tags:

Kompitara

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

WaaqaQirimbisa (diffusion)AngooxooOksidooreeduktaasiiDagaaEeynabaMooritaaniyaaLiyoonaal MeesiiLafjoo Sirna biiftuun AlaaJechiikaa BaayoloojiiMaaliiChaayiniffaBachoSumaaleeAmbalafeeKaazaakistaanKuushYuunivarsitiiLafaburebiluuGodina sa'aatiiAfaan SarbiyaaGujiiDirre DhawaaGalaana DiimaaNooleeMorookooSafuuKaansariiPaltogaAmantiiSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaKamboodiyaaGaaleeLaga AwaashFaaruuCell2Faaruu ItoophiyaaMarsGochimaNaanseboWangoo 2021GumiiAdoolfi HitlerAfaan Afiroo-EeshiyaatikiiQubee guguddaa(gurguddaa)NarviiMalleen DubbiiKeeppi VerdeeGiluukoosiiMoshchenaHorroo GuduruuFalaasamaKompitaraGammoojjii KaalahaariAllaattiiwanItita DhiigaaHibbooSirna narviiDisney+AmaaraGaree kubbaa miilaa biyyaalessaa HindiiTeessuma lafaaJaartee JaardegaaOromoo BaarentuuCaffooSenegaal🡆 More