Eeshiyaa

Eeshiyaan(Ilboroo) addunyaa keessaa ardii bal'oo fi ardii ummata baayyee of keessaa qabduudha.

%8.6 ballina lafa walii-galaa keessaa yoo qabattu, lafa (bishaan osoo hin lakkaa'iin) qofaan immoo parsentii 29.4 qaba. Baayyina ummata hanga biiliyoona afurii qabaachuun, parsentii ummata addunyaa keessaa Eeshiyaan parsentii 60% qabdi.

Eeshiyaa
Ardii Eeshiyaa

Baayyinaan Heemisfara Bahaa fi Heemisfara Kaabaa, Eeshiyaan lafa Afrikaa-Yuraashiyaa jedhamtee beekkamti, Dhihi Eeshiyaa yeroo booda Yuurooppiin walitti qabateera. Kan itti argamus Baha Suwiiz Kaanaalii, Baha Tulloota Yuraal, fi Kibba Tulloota Kaa'ukaases, Galaana Kaaspiyaanii fi Galaana Gurraachatti (Black Sea) argama. Eeshiyaan Bahaan Garba Paasiifiikiin, Kibbaan Garba Indiyaaniin, akkasumas Kaabaan Garba Arkitiikiin daangeffamtee argamti.

Maqaa Naannoo fi
alaabaa isaanii
Ballina
(km²)
Baayyina uummata
(Adoolessa 1 2002 tilm.)
Tuuta'insa ummataa
(km²)
Magaalaa Guddaa
Giddu-galeessa Eeshiyaa:
Kaazaakistaan 2,346,927 13,472,593 5.7 Astanaa
Kirgistaan 198,500 4,822,166 24.3 Bishkeek
Taajaakistaan 143,100 6,719,567 47.0 Duushanbee
Tarkimeenistaan 488,100 4,688,963 9.6 Ashgabaat
Uzbeekistaan 447,400 25,563,441 57.1 Taashkeenti
Eeshiyaa Bahaa:
Chaayinaa 9,584,492 1,384,303,705 134.0 Beejiingi
Hoongi Koongi (PRC) 1,092 7,303,334 6,688.0 Hoongi Koongi
Jaappaan 377,835 126,974,628 336.1 Tookiyoo
Makkaa'uu (PRC) 25 461,833 18,473.3
Mongooliyaa 1,565,000 2,694,432 1.7 Ulaanbaatar
Kooriyaa Kaabaa 120,540 22,224,195 184.4 Piyoongiyaang
Kooriyaa Kibbaa 98,480 48,324,000 490.7 Sawul
Rippabiliika Chaayinaa (Taayiwaan) 35,980 22,548,009 626.7 Taayippee
Afrikaa Kaabaa:
Ijiipti 63,556 1,378,159 21.7 Kaayiroo
Eeshiyaa Kaabaa:
Raashiyaa 13,115,200 39,129,729 3.0 Mooskoo (Moscow)
Eeshiyaa Kibba Bahaa:
Birunaay 5,770 350,898 60.8 Baandaar Serii Begaawaan
Kamboodiyaa 181,040 12,775,324 70.6 Finoom Peen
Indoneeshiyaa 1,419,588 227,026,560 159.9 Jakaartaa
Laa'os 236,800 5,777,180 24.4 Viyeentiyaan
Maleeshiyaa 329,750 22,662,365 68.7 Ku'aalaa Laampur
Miyaanmaar (Barmaa) 678,500 42,238,224 62.3 Nippiidoo
Filiippiinsi 300,000 84,525,639 281.8 Maniillaa
Singaappoor 704 4,483,900 6,369.0 Siingaappoor
Taayilaand 514,000 62,354,402 121.3 Baankook
Tiimor Bahaa 15,007 952,618 63.5 Dilii
Veetinaam 329,560 81,098,416 246.1 Hanooyii
Eeshiyaa Kibbaa:
Afgaanistaan 647,500 27,755,775 42.9 Kaabul
Baangilaadish 144,000 133,376,684 926.2 Daakaa
Buutan 47,000 672,425 14.3 Tiimpuu
Indiyaa 3,287,590 1,045,845,226 318.2 Niwu Deelii
Iraan 1,648,000 68,467,413 41.5 Teehiraan
Mooldiivis 300 320,165 1,067.2 Maalee
Neeppaal 140,800 25,873,917 183.8 Kaatimanduu
Paakistaan 803,940 147,663,429 183.7 Islamabaad
Sirii Laankaa 65,610 19,576,783 298.4 Kolomboo
Eeshiyaa Dhihaa:
Armeeniyaa 29,800 3,330,099 111.7 Yerevaan
Azarbaajan 46,870 3,845,127 82.0 Baakuu
Baahireen 665 656,397 987.1 Manaamaa
Siippiras 9,250 775,927 83.9 Nikoosiyaa
Gaazaa 363 1,203,591 3,315.7 Gaazaa
Ji'oorjiyaa 20,460 2,032,004 99.3 Tibilisii
Iraaq 437,072 24,001,816 54.9 Baagdaad
Isiraa'el 20,770 6,029,529 290.3 Yerusaalem
Joordaan 92,300 5,307,470 57.5 Amaan
Kuweet 17,820 2,111,561 118.5 Kuweet
Libaanon 10,400 3,677,780 353.6 Behiruut
Omaan 212,460 2,713,462 12.8 Muuskaat
Kaataar 11,437 793,341 69.4 Doohaa
Sa'ud Arabiyaa 1,960,582 23,513,330 12.0 Riyaad
Siiriyaa 185,180 17,155,814 92.6 Damaaskas
Tarkii 756,768 57,855,068 76.5 Ankaaraa
Yunaayitid Arab Imireetis 82,880 2,445,989 29.5 Abu Daabii
West Baank 5,860 2,303,660 393.1
Yaman 527,970 18,701,257 35.4 Sana'aa
Ida'ama 43,810,582 3,902,404,193 89.07

References

Eshiyaa    

Giddu-galeessa Eshiyaa
Eeshiyaa 

Kaazaakistaan • Kirgistaan • Uzbeekistaan • Taajaakistaan • Tarkimeenistaan

Eshiyaa Bahaa

Eeshiyaa 

Kooriyaa KaabaaKooriyaa KibbaaJaappaanMongooliyaaChaayinaa

Eshiyaa Dhihaa
Eeshiyaa 

Armeeniyaa • Azarbaajan • Baahireen • Ji'oorjiyaa • Iraan • Iraaq • Isiraa'el • Joordaan • Kuweet • Libaanon • Omaan • Kaataar • Sa'ud Arabiyaa • Siiriyaa • Tarkii • Yaman • Yunaayitid Arab Imireetis

Eshiyaa Kibba Bahaa
Eeshiyaa 

Birunaay • Tiimor Bahaa • Filiippiinsi • Indoneeshiyaa • Kamboodiyaa • Laa'os • Maleeshiyaa • Maaynamaar • Singaappoor • Taayilaand • Veetinaam

Eshiyaa Kibbaa
Eeshiyaa 

Afgaanistaan • Baangilaadish • Buutan • Indiyaa • Maaldivsi • Neeppaal • Paakistaan • Sirii Laankaa

Eshiyaa Kaabaa

Raashiyaa


Ardii

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Godina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneFiiziksiiLubbiiyyooSirnakkooIluu Abbaa BooraaBaayoogaaziiNaannoo HarariiOromoo TuulamaLeonardo da VinciMammaaksaQeellam WallaggaaJaarraa Abbaa GadaaKaansariiMasjiidaFaalama Qilleensaa Fi NaannooAsoosamaSeena jireenyaaIndiyaaHajii Adam SaaddooENadhii GammadaaBiiftuuBeelaarusGossa BaobabSirni GogaaSa’o Toomee fi PiriinsippeeKubbaa miillaaDhiigaBiffiisaShaashamanneAsteer GannooHaacaaluu HundeessaaNyaata aadaa OromooKoloneeffamuu AfrikaaOg-barruuUjummoo dhiigaaSadhata waliigalaaBineeldootaNarviiMootummaa JimmaaFayyisaa LeellisaaWaaqoo GuutuuOduu DuriiDagaaRog-sadeeSammuu namaaKallachaSiyaasaEshiyaa BahaaMacaafa QulqulluuZimbaabuweeBakar WaareeJimmaFaaruuWarrana Adunya 1Qilleensa MarsaaDeenmaarkXalayaaOliiqaa DingilFincila BaaleeBeeljiyeemKaappitaalizimiiGarasuu DhukiiWaaqeffannaaRaphaelMeetiiOromoo GujiiHepatitis ACaccabsaaBaacoo🡆 More