Yuurooppi

Yuurooppi(ilgalchoo) ardii torbaan kessaa tokko dha.

Yuurooppi fuulaa fi ji'ooloojii isheen fiixee dhiha Peniinsulaa Yureeshiyaa yoo taatu, dhiha Eshiyaatti argamtii.

Yuurooppi
Iddoo itti argama Yuurooppi
Yuurooppi
Haala taa'umsa lafaa Yuurooppi

Dangaan Yuurooppi kan fakkaata.

  • Kaaban - Garba Arkitiik
  • Dhihaan - Garba Atilaantiik
  • Kibbaan - Galaana Meditiraaniyaanii
  • Kibba-Bahaan - Tulloota Kaa'ukaases(Caucasus Mountains), Galaana Gurraacha (Black Sea) fi karra bishani Galaana Gurraacha fi Meeditiraaniyaanii walitti qabsisu
  • Bahaan - Eshiyaa irra Tulloota Yuuraal, Laga Yuuraal fi Galaana Kaaspiyaan gargarii ba'a.

Yuurooppiin addunyaa keessaa xiqqeenyaan lammaffaa yoo ta'u, ballina hanga 10,180,000 square kilometre (3,930,000 sq mi) yookan addunyaa keessaa parsentii 2% qabata. Ardiin addunyaa keessaa Yuurooppi irra xiqqoo Awustireliyaa qofa. Baayyinaa ummataan garuu sadarkaa sadaffaarra jirti, kunis Eshiyaa fi Afrikaatti aanteti. Baayyini ummatta Yuurooppi 741,447,158 yookan ummata addunyaa keessaa parsentii 11% qabdi (2016).


Yuurooppi
Aayerlaandi | Aayislaandi | Albeeniyaa | Andooraa | Armeeniyaa | Beelaarus | Beeljiyeem | Boosniyaa fi Herzegoviinaa | Bulgeeriyaa | Cheekiyaa | Deenmaark | Fiinlaandi | Firaansi | Giriik | Hangaarii | Islovaakiyaa | Isloveeniyaa | Ispeen | Istooniyaa | Iswiidin | Jarmanii | Ji'oorjiyaa | Kirooshiyaa | Kosoovoo | Laativiyaa | Laaksembargi | Liikteenistaayin | Lituheeniyaa | Maqedooniyaa | Moldoovaa | Monaakoo | Mooltaa | Moonteneegroo | Neezerlaandi | Noorwey | Oostiriyaa | Poolaandi | Poorchugaal | Raashiyaa | Romaaniyaa | Saan Maariinoo | Saayippires | Sarbiyaa | Siwiizerlaandi | Tarkii | Vaatikaan | Xaaliyaanii | Yunaayitid Kingidem | Yuukireen


Ardii

Tags:

EshiyaaJi'ooloojii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

BiqilaaPoorchugaalTarree muummicha ministeeraa IraaqIslaamaAfaan SarbiyaaMaalaawiiOduu DuriiBarreeffamoota Waa'ee OromooSararran DagaleeKooriyaa KaabaaKamisaMaansa MusaaGamtaa AfrikaaDolfiinBaayoomiiSirnakkoo bishaaniiRonaldinhoHaraLibaanonQixxaatooAfaan IngiliishSochii (fiiziksii)Isiraa'elBara Jalqabbii Yaada Haaraa(Renaissance)KeeyyataDhuubbaa zayitiiLituheeniyaaGochibsaDhaha ji'aaLaga AwaashAfaanota ItoophiyaaYaadrimee TuutaaSekondiiBallina BiyyottaIlbiisaQoqqoodama OromooMicirjirtiiEebba OromooKiristaanummaaMaqaa BiqilootaaOgbarruuTokkee KuuttaayeeElektirooniiGudeeduOg-barruuGalaana DiimaaYunaayitid Arab ImireetisYuurooppiHayilamaaram GammadaaWalqabsiistuuKaleeBaahireenAlkeemistiicha (asoosama)Afaan SiwaahiliiFoloqaDadacha'insa goophaa(Anticline)Sararran GadeeJarmaniiElemoo QilxuuMeeksikooZalaalam AbarraaMaqaaKuweetOromoo TuulamaFincila BaaleeKamaal GalchuuAlberti AnistaayinKirooshiyaaYaayyaa shananSaalaaOromoo BaarentuuMoosiiSeenti Kiitsi fi NeevisBiiftuu🡆 More