Kaalloo

Maagmaan ykn kaalloon sababa dhiibbaa guddaa irraa kan ka’e hoo’a cimaadhan kattaan keessa lafaa baqee dhangalaa’u.

suddoowwan jajjaboo fi gaazota of keessaa qabaachuu danda’a. Gosoonni maagmaa adda addaa kan jiran yoo ta’u, kanneen akka maagmaa feelsiikii (furdaa fi siiliikaan badhaadhe) fi maagmaan maafikii (siiliikaan dhangala’aa fi gadi aanaa). Maagmaan lafa jalatti suuta qabbanaa’ee dhagaa qilee ykn pilaatoonikii akka giraanaayitii uumuu danda’a ykn volkaanoo irraa akka laavaatti ykn humbuluqatti dho’ee dafee qabbanaa’ee dhagaa akka qarsaa uumuu danda’a.

Kaalloo

Tags:

Volcano

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Sheek Mahaammad Rashaad AbdulleeSiyaasaGiddu-galeessa EeshiyaaGeerarsaAmantiiMitochondrionCheekiyaaOromoo TuulamaLandanTarree Hiibboo OromooNaannoo OromiyaaXaaliyaaniiAmbooFinfinneeBoliiviyaaTokkooBaha ShawaaMadanaBaangilaadishSagaleeBaalaAntiiguwaa fi BaarbuudaaBililleeQurciiInershiyaa(Luujee)NaayilGubama SoorataaMaaldivsiShubbisaMooskooEebba OromooSanyiiJimaataUrjiiFalaasamaUjummoo dhigaa qaqallooMeesoosfeeriiRiippabiliika Dimookiraatawaa KoongooNadhii GammadaaJi'oomeetiriiHawwisoo OromooDhiibbaaSirna-BiiftuuFincila BaaleeJi'ooloojiiNooleeTiyaatiraTeessuma lafaaFiinlaandiWalqunnamtii saalaaOgbarruuDonawaaHelsinkiIngilaandiAndooraaAayerlaandiDiabetesAntaarkitikaaBamaqaaOgbarruu OromooGodina JimmaaRaadaariiDilbataNaannoo TigraayQorsaaIslaamaaQeensanqabduuNeeppaalWiikiipiidiyaaAfoolaJuupitaarWaaqeffannaaAHarargee Bahaa🡆 More