interneetii

Intarneetiin (ykn idil-qunnamsisaa) sirna addunyaa cimdaa kompiitaraa walitti hidhame kan cimdaa fi meeshaalee gidduutti walqunnamuuf suutii pirootokoolii interneetii (TCP/IP) fayyadamudha.

Innis cimdaa kan dhuunfaa, mootummaa, barnoota, daldalaa fi miti-mootummaa kan of keessaa qabu yoo ta’u, bal’ina naannoo hanga addunyaatti kan of keessaa qabu yoo ta’u, teeknooloojiiwwan (og-mala) neetworkii(cimdaa) elektirooniksii, hadmalee fi ilaalcha bal’aa ta’aniin kan walqabatedha. Intarneetiin qabeenyaafi tajaajiloota odeeffannoo bal’aa kan akka sanadoota haaypertextii ykn baruuhidhataa fi aplikeeshiniiwwan/hojmaatessaawwaan Weebsaayitii(marsaarittii) Addunyaa (WWW) walitti hidhaman, ergaa-e/imaalii, bilbilaa fi unkaa qooduun qaba.

Ramaddiin kun ammatti fuulota ykn miidiya ofkeessaa hin qabu.

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

XiinnaannooMaqaa Ji’ootaFunyaanFaaxumaa RoobaaGaaddisaa BirruuMeetiiWalqabsiistuuBill GatePoorchugaalTarree Jechama OromooBirsagaLuuwii PaasterMaqaaKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaArsiiAntiiguwaa fi BaarbuudaaNoorweyKooriyaa KibbaaBalbala'aAncooteeMaannaa (aanaa)NaachaNaannoo HarariiAbboomaa MitikkuuHawussaaKumsaa MorodaaBunaAbuurrraa Ji’oogiraafawaaXiinjireeMootummaa JimmaaDamee saayinsiiSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeAmbo (magaala)ZimbaabuweeKirgistaanAanaa FiraankiDirree IncinniiGeerarsaRog-sadeeAbuurraa AfrikaaOromooKallachaIrreechaQorkeeRamaddamee(Taxonomy)Buno BaddalleeGarasuu DhukiiGodina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneCaccabsaaKilimanjaarooWarroomii (faankishinii)ShaashamanneBineeldootaJarmaniiSirna hargansuuGaanfa AfrikaaFaalama Qilleensaa Fi NaannooOromoo GujiiSaffisa ifaaDargiiDhaamjechaNadhii GammadaaOnesmoos NasibGodaansa OromooGodina JimmaaSiraarooFalaasamaSayyoo DandanaaAgarii TulluuDoddotaa-sireeJibaatChaadSheek Bakrii SaphaallooTarree Ciigoo OromooSarbiyaaLubbu qabeeyyii xixiqqooCigoo🡆 More