Rembrandt

Rembrandt Harmenszoon van Rijn (Leiden, 1606 - Amsterdam, 1669) dibaa fi artistii Dutch beekkamaadha.

Rembrandt
Fakkii Hendrickje kan Rembrandt kaafame
Rembrandt
The Nightwatch, Rembrandtiin
Rembrandt
Fakkii ofiinii, 1658. Hojii aja'ibsiisaa, "Fakkiiwwan isaa keessaa guddaa fi bareedaa".p28

Rembrandt seenaa aartii Yuurooppi keessatti dibaa fi bocaa gurguddoo keessaa tokko akka ta'eefi nama seenaa Dutch keessa akkaan barbaachisaatti baay'inaan ilaallama. Gumaachi inni gama aartiin godhe yeroo Jabana Warqii Dutch jedhuun warri seenaa yeroo sana waamu.

Wabii

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Abiishee GarbaaBallina BiyyottaAdurree Rarra’aaArkiyooloojiiHimaSaayinsiiDaldalaZalaalam AbarraaUltravioletWaliso (magaalaa)Mootummaa JimmaaBaqqalaa GarbaaVeetinaamBooltiiNaannoo Benishaangul-GumuzQabeeAddeessaAmeerikaa KaabaaPeeruuMaaree DibaabaaAllaattiiwanDhaamjechaMala dubbiiQilleensa marsaaEeritiraaAliyyii CirriiXiinjireeCLubbu qabeeyyii xixiqqooCirooSanyiiMagaalaa Adaamaa FCAbrahaam LiinkenMesopotaamiyaaKuusdeetaaBokkuuShawaa DhihaaChee GuvaaraaIbolaaTarree marsariiti Afaan OromooGudeeduTaaddasaa BirruuArjentiinaaWallaggaAbboomaa MitikkuuDagaaIkkooloojiiMichelangeloMaqaaWiixataTiimor BahaaMaqibsaUrjiiTareentaa (Maatiriksii)Oromoo BaarentuuNaannoo SomaaleeJechamaDaawud IbsaaSiiriyaaCaccabbinsa xaanxeffama (Radioactive decay)OostiriyaaAartii OromooTarree Ciigoo OromooAadaa OromooTokkummaa Biyya MootiiMaalaawiiRogkofa🡆 More