Budizimii: Amantaa biyyaa Hindii nama Budaa jedhamuun hundaa’e

Budizim amantii biyya Hindiitti barsiisa Guatama Buddha irra hunda'uun jalqabeedha.

Barsiisni isaa sududaan Neeppaal irraa ka'uun gara jiddugala Eeshiyaa fi Yuurooppi keessatti babal'ate. Budizim Eeshiyaa kibbaa keessatti bay'ee kan hordofamu yoo ta'u akka addunyaatti dhibbeentaan 7 hordoftoota isaati.

Namootni garii budizim akka falaasamatti ilaalu gariin immoo akka karaa jireenya dhugaa itti barbaadanitti ilaalu garuu namootni baay'een Budhizim akka amantiitti kan ilaalan. Afaan Paaliin (Pali) jechi budha jedhu nama dammaqe jechuudha.

Wabii


Amantii
Budizimii | Hinduuyizimii | Judaayizimii | Waaqeffannaa | Islaamaa | Kiristaanummaa

Tags:

EeshiyaaNeeppaalYuurooppi

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

AmbooDimookiraasiiMaashiniiSafuuChaadJi'oota WoggaaMaqaa BiqilootaaBulee HoraaMadaalqaSagilaalaNaachaAndy WarholConnective tissueDaraartuu TulluuQolka qillensaa (biroonkaayii)MattuuGu'aatimaalaaHeeliyeemiiGarba Kibba cabbiiSaayinsiiBaacooHawaaWiikiipiidiyaaTiyaatiraIspeenBuruundiiAbuunaa GindabaratRooba DaayimandiiGaaddisaa BirruuIkkooloojiiJarmaniiSidaamooAadaaAlberti AnistaayinSeraa LiyoonBeelaarusTarree SheekkooJimmaSeenaa jireenyaaIlfataGabatee pireediikii (Gabatee sardala)IjiiptiFiliippiinsiEebbisaa AddunyaaTasfaahun CamadaaHeelleeRogbaayyeeGaara Mul'ataaNadhii GammadaaLafaElemoo QilxuuQeellam WallaggaaMesopotaamiyaaPaakistaanItoophiyaaHajii Adam SaaddooNaayijeeriyaaBadhaasa NoobeliPeeruuBunaQorannoo AfaaniiNooleeDhaha BooranaaUjummoo dhigaa qaqallooGumiiMuuziiFrida KahloGaaleeSingaappoor🡆 More