Yuurooppi

Yuurooppi(ilgalchoo) ardii torbaan kessaa tokko dha.

Yuurooppi fuulaa fi ji'ooloojii isheen fiixee dhiha Peniinsulaa Yureeshiyaa yoo taatu, dhiha Eshiyaatti argamtii.

Yuurooppi
Iddoo itti argama Yuurooppi
Yuurooppi
Haala taa'umsa lafaa Yuurooppi

Dangaan Yuurooppi kan fakkaata.

  • Kaaban - Garba Arkitiik
  • Dhihaan - Garba Atilaantiik
  • Kibbaan - Galaana Meditiraaniyaanii
  • Kibba-Bahaan - Tulloota Kaa'ukaases(Caucasus Mountains), Galaana Gurraacha (Black Sea) fi karra bishani Galaana Gurraacha fi Meeditiraaniyaanii walitti qabsisu
  • Bahaan - Eshiyaa irra Tulloota Yuuraal, Laga Yuuraal fi Galaana Kaaspiyaan gargarii ba'a.

Yuurooppiin addunyaa keessaa xiqqeenyaan lammaffaa yoo ta'u, ballina hanga 10,180,000 square kilometre (3,930,000 sq mi) yookan addunyaa keessaa parsentii 2% qabata. Ardiin addunyaa keessaa Yuurooppi irra xiqqoo Awustireliyaa qofa. Baayyinaa ummataan garuu sadarkaa sadaffaarra jirti, kunis Eshiyaa fi Afrikaatti aanteti. Baayyini ummatta Yuurooppi 741,447,158 yookan ummata addunyaa keessaa parsentii 11% qabdi (2016).


Yuurooppi
Aayerlaandi | Aayislaandi | Albeeniyaa | Andooraa | Armeeniyaa | Beelaarus | Beeljiyeem | Boosniyaa fi Herzegoviinaa | Bulgeeriyaa | Cheekiyaa | Deenmaark | Fiinlaandi | Firaansi | Giriik | Hangaarii | Islovaakiyaa | Isloveeniyaa | Ispeen | Istooniyaa | Iswiidin | Jarmanii | Ji'oorjiyaa | Kirooshiyaa | Kosoovoo | Laativiyaa | Laaksembargi | Liikteenistaayin | Lituheeniyaa | Maqedooniyaa | Moldoovaa | Monaakoo | Mooltaa | Moonteneegroo | Neezerlaandi | Noorwey | Oostiriyaa | Poolaandi | Poorchugaal | Raashiyaa | Romaaniyaa | Saan Maariinoo | Saayippires | Sarbiyaa | Siwiizerlaandi | Tarkii | Vaatikaan | Xaaliyaanii | Yunaayitid Kingidem | Yuukireen


Ardii

Tags:

EshiyaaJi'ooloojii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

GiiniiOromiyaaZalaalam AbarraaUjummoo dhiigaaMattuuCarraa Ta'uumsaaSararran DagaleeQaalluuBirsagaIluu Abbaa BooraaBaha AfrikaaCaatoo WarroomiiKuushMicirjirtiiAmbooFalaasamaHuseen BuneeBosona Roobaa MudhiilafaaAfrikaa Giddu GaleessaaMootummaa AaksuumWanciiSudaanLaga DhedheessaaSiiriyaaAfaan OromooBudizimiiTarree Ciigoo OromooTaayilaandMamelodi Sundowns F.C.Horroo GuduruuMooreeGaliiliyoo GaliiliiAmeerikaa KaabaaAshaalew TaameenJibuutiiDhaabaa WayyeessaaGaaraAppaartaayidiiQananiisaa BaqqalaaKubbaa miillaaDinquu DayyaasaaAbiishee GarbaaOromoo WallooWal qunnamtii saalaaNaannoo TigraayAndooraaWaaqeffannaaBiiftuuYaad-rimee tuutaaBarbaree (aanaa)AlleleGiddaa KiiramuuGeerarsaMeettaaDaawud IbsaaBageemidirKaataarAsiidii aseetikiiUltravioletAbiyyi AhimadKoloneeffamuu AfrikaaSheekkoo duula andaaqqoo, hantuuta, bofa, ruumicha fi leencaaJibaatGodina JimmaaHarargee DhihaaDaldala garbaaArsiiTarree SheekkooHalluuDagaaJaappaanQorsaaARMA jedhamuun beekamaShantam Shibbisaa🡆 More