Afrikaa

Afrikaan ykn Kubila Giiloo addunyaa keessaa ardii guddittii lammaffaa fi ardii baay'ina ummataan Eshiyaatti aantee lammaffaa irra jirtu dha.

Odollan(island) Afrikaatti dhihaataniin walitti qabame Afrikaan bal'inni ishee hanga 30,221,532 km² (11,668,545 mi²) yoo ta'u, balinni kuni immoo 6.0% balinna addunyaa (lafaa fi bishaan walitti qabame) yo qabaattu, kan lafa qofaatiin immoo 20.4% ballina addunyaa qabata.

Afrikaa
Kartaa Adunya kan Afrikaa agarsisu

Bara 2016 baay'ina ummataa 1,225,080,510 caalu biyyoata 61 keessatti yoo qabdu, baayinni ummataa kun immoo 14% baayina ummata addunyaa ta'a. Ardiin kun kaabaan Galaana Mediteraaniyaanii, kaaba bahaan Suwiiz Kanaal fi Galaana Diimaa, kibba bahaan Garba Indiyaa, dhihaan immoo Garba Atilaantiikii daangeffamte argamti.

Madagaskaar iin walitti Afrikaa keessa biyyoota 46tti argama, odolaan walitti immoo biyyoota 53tti argama.

Afrikaa
Footoo Afrikaa satellite irra fudhatame


Ardii


Dachee Aafrikaa
Aafrikaa Giddu Galeessaa | Aafrikaa Kibbaa | Aljeeriyaa | Angoolaa | Beeniin | Bootiswaanaa | Burkinaa Faasoo | Buruundii | Chaad | Eeritiraa | Gaabon | Gaambiyaa | Gaanaa | Giinii | Giinii-Bisaa’uu | Ijiipti | Iqu’aatoriyaal Giinii | Itoopiyaa | Jibuutii | Kaameruun | Keeniyaa | Keeppi Verdee | Komoroos | Kootdivo’aar | Laayibeeriyaa | Leesoottoo | Liibiyaa | Maalaawwii | Maalii | Madagaskaar | Mooriishes | Mooritaaniyaa | Moozaambiik | Morookoo | Naayijeeriyaa | Namiibiyaa | Niijer | Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo | Riippabiliika Koongoo | Ruwaandaa | Sa’o Toomee fi Piriinsippee | Sahaaraa Dhihaa | Senegaal | Seraa Liyoon | Siishelsi | Siwaziilaandi | Somaaliyaa | Sudaan | Sudaan Kibbaa | Tanzaaniyaa | Toogoo | Tuniisiyaa | Yugaandaa | Zaambiyaa | Zimbaabuwee
Afrikaa
Wiki Commons has media related to:

Tags:

Asia

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

AdurreeTiyaatiraKooriyaa KibbaaMaaldivsiHo'a AdunyaNooleeNaannoo SomaaleeLaaksembargiGaambiyaaAlberti AnistaayinQeerransaAadaaOnneeAbbabaa BiqilaaRonaldinhoDaldala garbaaJuupitaarBahamaasSanyiiKooriyaa KaabaaSeenti Kiitsi fi NeevisImpaayera ItoophiyaaZalaalam AbarraaSararran DagaleeAanaa FiraankiSa’o Toomee fi PiriinsippeeKiristaanummaaWalalooAfaan ArabaaKomoroosAanolee Iluu AbbaabooraaQaamu daalachaHawaasaAntiiguwaa fi BaarbuudaaHariiroowwan BaayoloojikaalawaaHawwisoo OromooKofalee (aanaa)KaleeQubee LaatiniiBokkuuDambidoollooXiinannooUrjiiFiinlaandiGochimaNeezerlaandiHollannaa lafaaQurciiWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaFuula DuraAmeerikaasGodina BooranaaHawaasa ItoopiyaaGaaziiAmeerikaa KibbaaOoksijiiniiGodina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneAntiroppooloojiiDadacha'insa goophaa(Anticline)IkkooloojiiFoloqaFalkaalee watootaaOgbarruu OromooBamaqaaGarasuu DhukiiYaad-rimee tuutaaDhaha BooranaaDolfiinMangistuu HayilamaaraamBaayiloojiiMana waqqa yesso dhugaArjentiinaa🡆 More