Mana Waqqa Yesso Dhuga

Mana waqqa yesso dhuga (True Jesus Church) iin mana Waaqa ofii danda'e kan Beijing, China kessatti hundefame dha.

Hardha Misensotta tilmamman milliona 2.5 ta'an yoo qabattu, biyyotta 45 fi ardii 6 kessatti argama. Churchiin kun church Pentecost kan kiriystanotta jalatti ramadamu kan centurii 20ffa dura burqee jallatti ramadama. Churchiin kun ergaa Waaqa dhufatti Yesoo kiristosii lammesoon dura saba cufaaf dhaqabsu hojii tokkofa godhaterra. Churchiin kun, yadaa maqaa Abba, Ilmaa fi Afuraa qulqullo "Trinity Concept" jedhamu osoo hin ta'in, yadaa "Barnotaa maqaa-yessoo" tokko ta'u Pentekostumma kan jedhamu fudhata.

Mana Waqqa Yesso Dhuga
Mana waqqa yesso dhuga

Tags:

Waaqa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Afaan ArabaaMooskooGaaleeTokkooInfoormaatiksiiTajaajila Lammummaa (Oromiyaa)Hajii Adam SaaddooEeritiraaBeelaarusLafaOromoo GujiiMacaafa QulqulluuFunyaanMatimaHarkisooDamee saayinsiiLituheeniyaaJarmaniiLij IyyaasuuPoorchugaalMudaammuddiiEebba OromooBarruuOromiyaaGareen kubbaa miilaa biyyaalessaa ItoophiyaaGubama SoorataaAliyyii CirriiAbuurraa AfrikaaTsahaay TolasaaIrreechaDhamsagaSomaaliyaaQilleensa MarsaaAristootilGumii Waaqeffattoota AddunyaaOromoo MaccaaMaqaaGarasuu DhukiiTaaddasaa BirruuOromoo BaarentuuTapha ijoolleeGudar (magaalaa)AfrikaaKeeyyataAntiiguwaa fi BaarbuudaaRobart MugaabeeNarviiDandiiEebbisaa AddunyaaGossa BaobabBirsagaJechamaNaannoolee ItoophiyaaNaachaUrjiiLuuwii PaasterQorannoo AfaaniiSirni GogaaDaawud IbsaaUummamaGaa'elaTarree Mammaaksa OromooIluuTarree WalalooHaacaaluu HundeessaaDirree Dhawaa🡆 More