Islaamaa

Islaamaa amantii Waaqa tokko jedhurratti hundaa'e fi amantii Abraamii yoo ta'u Quraanaa, kan amantoota Islaamaatiin jecha Waaqaa qabate jedhamee amanamuu, fi barsiisaa fi jireenya fakkeenyaa kan Mahaammadii irratti hundaa'a; Mahaammad raajii dhumaati jedhamee amanama.

Islaamaa jechuun namnii hunduu du'aa hin oluu jedhuf Waaqa tokko tahe oso ijaan hin argin akka namaa argetettii itii amanuu, wan ajjajaa isarraa dhufee horddoffuu jechudhaa. Muhaamamadii immo waan waaqni itii himee ergaa san ummataaf daabarsuu Irrattii hundaa'a.

Islaamaa


Amantii
Budizimii | Hinduuyizimii | Judaayizimii | Waaqeffannaa | Islaamaa | Kiristaanummaa

Tags:

QuraanaaWaaqa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

BageemidirLaativiyaaGobbaaBineeldaGeerarsaPeeruuDargiiOromoo MaccaaWalqabsiistuuMooltaaBamaqaaLituheeniyaaDaldalaaHayilee FidaaKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaDhaamjechaGalmoota Misooma WaaraaLiikteenistaayinAbiishee GarbaaLoqoda BooranaaYuutubiiWaraqaaLeencaOromoo GujiiKiristaanummaaSiyaasaSaayippiresXalayaaSammuu namaaAncootee (nyaata)Lammaa MagarsaaGochimaAncooteeNikolaa TeslaaMabba Madda WalaabuuJaappaanSheekkooJaldu (aanaa)BiffiisaWarrana Adunya 1Godina Baalee BahaaJaarraa Abbaa GadaaDimookiraasiiKuubaaHerregaBurqataYerooMararaa GuddinaaDaawud IbsaaGimbiiSaaphaphuuLafa TigraayFuula DuraMaqaa Urjiilee Afaan oromoonMukaSaayinsii HawaasaaOromiyaaSadan SooddooLij IyyaasuuAbbabaa AbbishuuTarree Mammaaksa OromooMoyyaalee (aanaa)IswiidinSeenaa GibxiiLaga HawaasHarargeeMotummoota GamtoomaniiAanaa FiraankiGaa'elaRaashiyaaAddeessaKibxata🡆 More