Yuuraanis

Moggaasni Giriikota durii biratti ”Waaqa Samii” jedhamuun yaamamti.

Afaan oromoon yeroo hiiknuu "Urjii badheessaa" jedhama. Pilaaneetii jalqabaaf teleskooppiin argamteedha. Addeessota 27 qabdi. Yeroo jalqabaaf Yuraanuusii kan arge Wiliyaam Hereescheel bara 1781 tti yeroo hawaa teles kooppiin qoratuudha. Pilaanetoota keessaa dalga ciisuun siqqee ofiirra marti. Pilaaneetii gaasawoo keessaa ishee xiqqoodha. Haata'u malee lafa harka hedduun caalti.

Yuuraanis

Baqanii qillensaa Yuraanusii caalatti haydiroojiinii yoo ta'u, miitteenii baay'ee ta'erraa ijaaramte. Miitteeniin ifa diimaa xuuxuun ifa cuquliisa burqisiisa. Kanaafuu, dirri yuraanus halluu cuquliisa-magariisawoon akka aguugamu taasisa.

  • Pilaanetoota sirna soolaarii keessaa ishee qorrituudha.
  • Teempireecharri guddaan dirra Yuraanus −153o C dha.
  • Teempireecharri xiqqaan Yuuraanus −218o C ta'a
  • Mallattoo: ⛢, ♅

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Tarree WalalooAlii BirraaGeerrarsaAlberti AnistaayinBoorooniiDhaha ChaayinaaJajjuu (aanaa)BabbaafamaaAfaan ArabaaAmantiiMuhammadAliyyii CirriiRNAShokoreeAfaan AfaarBokkuuBeelaarusNaayilOromooTarree Hiibboo OromooArmeeniyaaTarree SheekkooHeelleeAfaan OromooTaaksonoomii ykn xinramaddiiRomaaniyaaWallaggaNaannoo AffaarAfaanota ItoophiyaaUSAUjummoo dhigaa qaqallooAndy WarholFiliippiinsiCiigooIlbiisotaFardaAmeerikaasSirna-BiiftuuXaaliyaaniiGodina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneLaaksembargiMichelangeloRio de JaneiroDhamsagaEeshiyaaBuruundiiZimbaabuweeBarreeffamoota Waa'ee OromooAanaa DodolaaAllaattiiwanMammaaksaShaggooyyeeAfran QallooSammuu namaaSululaKompitaraQaalluuLiyoonaal MeesiiSayyoo DandanaaSodiyeemiiTirinidaadi fi TobeegooTarree chaanaalota televijinii Afaan OromooRobart MugaabeeNooleeSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaShrekGarba Kibba cabbiiMagaala BishooftuuBarliinQoqqoodama Itoophiyaa🡆 More