Galaana Meditiraaniyaanii

Galaanni Meeditiraaniyaanii (kaabaan digirii 35, bahaan digirii 18) galaana Garba Atilaantiiktti qabtee argamu yoo ta'u baayyinan lafaan marfame argama, kunis kaaban Yuurooppiin, bahaan Eshiyaan dangefamme argama.

Ballina hanga km² miliyoona 2.5 (965,000 mi²) qabata, haa ta'u male bakka Atilaantiik (Strait of Gibraltar) itti walitti qabamutti ballina 14 km (9 mi) qofa qaba. Qorannaa Garbaa (Oceanography) keessatti Meeditiraaniyaanota biraa irraa gargar baasuuf Galaana Meditiraaniyaanii Eurafrican yokan Galaana Meditiraaniyaanii Yuurooppi(European Mediterranean sea) jedhamee waammama. Bara duriitti akka daandii daldalaa fi addatti ummanni Mesoppotaamiyaa, Ejiipti, Semitiik, Pershiyaa, Foneeshiyaa(Phoenician), Carthaginian, Giriik fi Roomaa itti tajajilamaa turan. Seenan Meeditiraaniyaanii beekun Qaromma Dhihaa(Western Civilization) barachuuf baayyee nama gargaara.

Galaana Meditiraaniyaanii
suura saatelaayitii galaana Meitiraaniyaanii

Tags:

EshiyaaEuropeGarba AtilaantiikGiriik

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

LafqubeellaaKemistiriiKanaadaaSidaamooAanaa ShirkaJi'oomeetiriiWiikiipiidiyaaJarmaniiCrust (geology)HimaMaalaawiiBulee HoraaBabbaafamaaDhaha BooranaaQaama sirna Biiftuu xixiqqooSheek Bakrii SaphaallooWaaqeffannaaFiliippiinsiHenri MatisseWallagga DhihaaDirree DhawaaSirna GadaaLafa SidaamooAllaattiiwanAbboomaa MitikkuuDurbummaaLaaksembargiSirna-BiiftuuHirmaata Dubbii Afaan OromooWaaqoo GuutuuTarree Hiibboo OromooQarambullee(Baaguda/Bear)IfaGaara Mul'ataaNagallee BooranaaGochimaUruursu da'immaniiAKafaaQeellam WallaggaaRukuttaaGareen kubbaa miilaa biyyaalessaa ItoophiyaaMorookooJuupitaarFaaruu OromiyaaQabeeAfrikaa KibbaaFardaJi'oota WoggaaRogbaayyeeKitaabaFaaruu ItoophiyaaTiyaatiraBaayiloojiiGodina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneHaroo MaayaaIspoortii AadaaKallachaAbiyyi AhimadKaazaakistaanAbiishee GarbaaSodiyeemiiQoricha OromooBamaqaaBirdiidooHo'a AdunyaHerrega🡆 More