Ijiipti

Afaan Oromootiin Biyya koo, Biyya Koo, Biyya Koo

جمهوريّة مصرالعربيّة
Gumhūriyyat Maṣr Al-ʿArabiyyah
Rippabliika Arabaa Ijiipti
Ijiipti Ijiipti
Ijiipti
Magaalaa Guddaa Kaayiroo
Afaan Hojii Afaan Arabaa
Mootummaa Rippabiliika
Ballina 1010408 km²
Baayyina ummataa 93495000 (2017)
Tuuta'insa ummataa 92.53/km²
Faaruu بلادي بلادي بلادي
Bilady, Bilady, Bilady

Koodii lakkoofsa bilbilaa +20

Ijiipti biyya Arabaa kan Kaaba Afrikaatti argamtu yoo taatu Misir yookiin Gibxi jedhamtees niwaamamti. Ijiipti seenaa waggaa dheeraa kan qabdu yoo ta'u piiraamidiidhaan baayyee beekkamti. Ijiipti biyya ardii qaxxaamurtu Kaaba Baha Afrikaa fi Lixa Eeshiyaa Galoo Galaana Siinaa irratti argamtu. Biyya Meditiraaniyaati Kaabaan Bahaan arraba lafaa Gaazaa fi Israa'el, Bahaan arrabaa lafaa Aqaabaa fi Galaana Diimaa, Kibbaan Sudaan, Dhihaan Liibiyaa, Aqaabaa gama Yordaanos, Galaana Diimaa gama Saawud Arabiyaa, Galaana Meditiraaniyaan gama Giriik, Turkii fi Qophiroositu argama, daangaa kamiyyuu Gibxi waliin qooddachuuyyuu baatan.

Ijiipti
Ijiipti

Template:Dachee Afrikaa

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

SafuuOromiyaa DhihaaAljeeriyaaAafrikaa KibbaaYunaayitid Arab ImireetisSheek Bakrii SaphaallooFaaxumaa RoobaaAllaattii SheeyxaanaaMooriishesTiyaatiraAanaa FiraankiBaankiiHeeraa Mootummaa ItoophiyaaRaadiyooIndoneeshiyaaDambi DoollooTokkummaa Biyya MootiiMangistuu HayilamaaraamJechaLaggasaa WagiiGudeeddiiMaleeshiyaaMana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa AmbooNaannoo ItoopiyaaLataa Qana'iiHiibbooBashurreyyiiUSAFiraansiJarmaniiAncootee (nyaata)Odaa BulluqSiiriyaaZuwaay DugdaaGarba Kibba cabbiiSibiilaSaayinsiiCumbooAfaan OccitanGaaddisaa BirruuAsoosamaDadacha'insa LafaaChaayiniffaBallina BiyyottaDhamsagaDaraartuu TulluuLiibiyaaNooleeItoophiyaaAfaanota ItoophiyaaHajii Adam SaaddooAK-47WallaggaaKubeeTarkimeenistaanGudayyaa BiilaaFuula DuraJaamboo JooteeAteeteeTarree Jechama OromooBakar Waaree🡆 More