Ayinanii

Sibiilli ykn Ayinanii elementii keemikaalaa iddoo bu'een isaa Fe (Laatiin irraa: ferrum) fi lakkoofsa suuddawaa isaa 26.

Innis sibiilaa  ce’umsaa fi garee 8B gabatee piriyoodii keessatti argama. Innis, ulfaataa dha, elementii lafa irratti baay'inaan argamu yoo ta'u, oksijiiniin xiqqoo durseeni (32.1% fi 30.1%, akkaataa wal duraa duubaan), baay'ee wiirtuu alaa fi keessaa lafaa uuma. Innis elementii irraa lafaa keessatti baay'inaan argamu keessaa isa 4ffaa yoo ta'u, baay'inaan haala sibiilaa isaatiin bubuutuuwaan(meteorites) keessatti kan kuufamu yoo ta'u, oorii ykn dhaalbuuda kessattis ni argama.

Ayinanii
Ayinanii
Sibiila

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Tarree Jechama OromooKuushMadana ElektrooloobilaaEl SalvaadorAfoolaYugaandaaPilaaneetiiArmeeniyaaMaaliiSheek Bakrii SaphaallooAbbabaa BiqilaaAfaanVaatikaanTiyaatira OromooBirsagaFuula DuraKonkolaataaOrgaanizimiiPilaaneettiiMala dubbiiDhamsagaKiloorofiiliiQur'aanaFiliippiinsiSeenaa jireenyaaFirefoxAwugustuusWadaajaAfaan ArabaaUruursu da'immaniiHerregaIndiyaaRaashiyaaDaayoodiiBunaLammaa MagarsaaLibaanonHolqa gurraachaFinfinneeTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaAmeerikaa KibbaaAbuurrraa Ji’oogiraafawaaAmbo (magaala)Dirree maagneetiiElektirooniiDracunculiasisDale WabaraKoloneeffamuu AfrikaaQabbanbalaliiOgbarruu OromooYaayyaa shananAntiraaksiiKuubaaAfaan OromooMootummoota GamtoomaniiMeerkurii /uxaaridii/ urjaaduuLerransaKaazaakistaanTarree Eebba OromooLeencaBulee HoraaTarree WalalooCarraa Ta'uumsaaGeerarsaCumbooHD 149026bSirna-BiiftuuShawaaRio de Janeiro🡆 More