Waaqa

Waaqni, akka Oromoon amanutti, kan samii fi lafa uume fi kan hundaa ol ta'e.

Maqaa

Afaan Oromoo keessatti, Waaqni maqaa baayyee qaba. Isaanis:

  • Waaqa
  • Rabbii
  • Waaqayyo
  • Uumaa
  • Gooftaa
  • Waaqa tokkicha
  • Waaqa gurraacha
  • Abbaa koo
  • Waaqa garaa gurraachaa (Waaqa with holy heart)
  • Waaqa gurraacha garaa garba (black God with heart like ocean)

Amaloota Waaqaa

  • Uumaa (a creator of everything in the world)
  • Hunda beekaa (omniscient)
  • Hundaa tolaa (omni benevolent.
  • Hunda danda'aa (omnipotent).
  • Qulqulluu (pure)
  • mudaa kan hin qabne
  • gaarii

Waaqeffannaa fi Ilaalcha Waaqaa

Warri Waaqeffattootaa ilaalcha Waaqaaf qaban mammaksa kanaan ibsatu "Waaq humna malee bifa hin qabu". Waaqeffattoonni Waaqni akka waan qaama qaqqabatamu qabuutti ilaaluu hin yaalan, sababiinsaas uumamni Inni uume kana ijaan argamuu fi qaqqabatamu hundi kan Waaqa mullisan waan ta'eef. Waaqeffattoonnii fi Qaalluu ykn Qaallittii baayyee jaallatamoo dha; keessaahuu geggeessitoonni garmalee waan nama jaalataniif waan jaalalli mataansaa nama ta'ee dhufe fakkaata.

Mammaaksa

  • Waaqa malee, gaariin hin jiru (There is no one who is kind except God)
  • Waan Waaqni fide lafti ba'aa hin dadhabu (Whatever God brings the Earth does not fail to carry it).
  • Namno yaa Waaqi jedhe Waaqarraa hindhabu (One who worships God will get everything)

Wabii

  • Bartels, Lambert (1983) Oromo religion: myths and rites of the Western Oromo of Ethiopia, an attempt to understand

Kanas ilaali

Liinkii alaa

Tags:

Waaqa MaqaaWaaqa Amaloota aWaaqa Waaqeffannaa fi Ilaalcha aWaaqa MammaaksaWaaqa WabiiWaaqa Kanas ilaaliWaaqa Liinkii alaaWaaqa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

FiiziksiiFoonHeeraa Mootummaa ItoophiyaaLij IyyaasuuAsteer GannooXiinjireeBirsagaRooba DaayimandiiSafuuAmbo (aanaa)Tarree Eebba OromooGaazexaa BariisaaJi'oota WoggaaBallina BiyyottaNyaata aadaa OromooAgarii TulluuUSAAmbo (magaala)KarrooleeGodina GujiiGumii Waaqeffattoota AddunyaaYaayyaa shananLituheeniyaaHollannaa lafaaAanaa FiraankiHarargee BahaaOromo WallagaDhaha ChaayinaaAfaan OromooCumbooDhaha BooranaaGarba PaasifiikInfoormaatiksiiPoorchugaalLakkoofsa IntiijariiQurxummiiQaabi (bineensa) .Oromoo BaarentuuMeetiiBililleeSiraarooEshiyaa BahaaBara Jalqabbii Yaada Haaraa(Renaissance)WiikiipiidiyaaMootummaa (Baayoloojii)JechamaRaagamtaaAsoosamaShawaa KaabaaSiiqqeeFunyaanJuupitaarAbubakar MuussaRaashiyaaIjiiptiNaannoo AmaaraaNaannoo OromiyaaIlbiisotaSirna GadaaSiyaasaDodola (magaalaa)Bildimaa (halluu)FinfinneeSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeJibaatGossa BaobabDuqunqulaAmantiiGodina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne🡆 More