Morookoo ( ykn Morokooo; /məˈrɒkoʊ/; Afaan Arabaa: المغرب, seeraan Biyya Mooti Morookoo) biyya Afrikaa Kaabaa keessa jirtuudha.
Morookoo | |||
---|---|---|---|
| |||
Magaalaa Guddaa | Kaazabilaankaa | ||
Afaan Hojii | Afaan Arabaa | ||
Ballina | 710,850 km² | ||
Baayyina ummataa | Mil 36 ol | ||
Tuuta'insa ummataa | /km² | ||
Faaruu | |||
Koodii lakkoofsa bilbilaa | +212 |
Morookoon kaabaan Galaana Meditiraaniyaan, dhihaan Garba Atilaantikiin, bahaan Aljeeriyaa fi kibbaan Sahaaraa Dhihaan kan dangeeffamte jirtu. Magaalaan guddoon Morookoo Kaazabilaankaadha. Bal'inni lafaa ishee 710,850 km2 (274,460 sq mi) yoo tahu ummata miliyoona 36 oltu keessa jira.
Dachee Aafrikaa |
Aafrikaa Giddu Galeessaa | Aafrikaa Kibbaa | Aljeeriyaa | Angoolaa | Beeniin | Bootiswaanaa | Burkinaa Faasoo | Buruundii | Chaad | Eeritiraa | Gaabon | Gaambiyaa | Gaanaa | Giinii | Giinii-Bisaa’uu | Ijiipti | Iqu’aatoriyaal Giinii | Itoopiyaa | Jibuutii | Kaameruun | Keeniyaa | Keeppi Verdee | Komoroos | Kootdivo’aar | Laayibeeriyaa | Leesoottoo | Liibiyaa | Maalaawwii | Maalii | Madagaskaar | Mooriishes | Mooritaaniyaa | Moozaambiik | Morookoo | Naayijeeriyaa | Namiibiyaa | Niijer | Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo | Riippabiliika Koongoo | Ruwaandaa | Sa’o Toomee fi Piriinsippee | Sahaaraa Dhihaa | Senegaal | Seraa Liyoon | Siishelsi | Siwaziilaandi | Somaaliyaa | Sudaan | Sudaan Kibbaa | Tanzaaniyaa | Toogoo | Tuniisiyaa | Yugaandaa | Zaambiyaa | Zimbaabuwee |
This article uses material from the Wikipedia Oromoo article Morookoo, which is released under the Creative Commons Attribution-ShareAlike 3.0 license ("CC BY-SA 3.0"); additional terms may apply (view authors). Content is available under CC BY-SA 4.0 unless otherwise noted. Images, videos and audio are available under their respective licenses.
®Wikipedia is a registered trademark of the Wiki Foundation, Inc. Wiki Oromoo (DUHOCTRUNGQUOC.VN) is an independent company and has no affiliation with Wiki Foundation.