Chaayinaa

Chaayinaan, maqaa guutuu Riippabiliika Ummataa Chaayina(Chaayiniffa:中华人民共和国) jedhamuun waammamti, biyya Eshiyaa bahaatti argamtu.

中华人民共和国 (Ch)
Zhōnghuá Rénmín Gònghéguó
Riippabiliika Ummataa Chaayina (Om)
Chaayinaa Chaayinaa
Chaayinaa
Magaalaa Guddaa Beejiingi
Afaan Hojii Chaayiniffa
Ballina 9 596 961 km²
Baayyina ummataa 1 350 695 000 (2013)
Tuuta'insa ummataa 140 /km²
Faaruu 义勇军进行曲/Yìyǒngjūn Jìnxíngqǔ
Koodii lakkoofsa bilbilaa +86

Chaayinaan biyya baayyina uummataatin addunyaarraa tokkoffaarra jirtu yoo taatu baayyinni uummata ishees biliyoona 1.35 ol ta'a. Magaalaan guddoon Chaayinaa Beejiingi. Chaayinaan kutaa bulchiinsaa 22, naannolee ofiin of bulchan 5, bulchiinsa magaalaa 4 (Beejiingi, Tiyaanjiin, Shaangaayi, fi Choonkiing), fi naannolee addaa kan ofiin of bulchan 2 (Hoongi Koongi fi Makkaa'uu) qabdi. Dabalataanis Chaayinaan Taayiwaan kutaa bulchiinsaa 23ffaa akka taatetti kan dhiyeessitu yoo ta'u Taayiwaan garuu akka biyya tokkootti of ilaalun ofiin of bulchaa jirti

Eshiyaa    

Giddu-galeessa Eshiyaa
Chaayinaa

KaazaakistaanKirgistaanUzbeekistaanTaajaakistaanTarkimeenistaan

Eshiyaa Bahaa

Chaayinaa

Kooriyaa KaabaaKooriyaa KibbaaJaappaanMongooliyaaChaayinaa

Eshiyaa Dhihaa
Chaayinaa

ArmeeniyaaAzarbaajanBaahireenJi'oorjiyaaIraanIraaqIsiraa'elJoordaanKuweetLibaanonOmaanKaataarSa'ud ArabiyaaSiiriyaaTarkiiYamanYunaayitid Arab Imireetis

Eshiyaa Kibba Bahaa
Chaayinaa

BirunaayTiimor BahaaFiliippiinsiIndoneeshiyaaKamboodiyaaLaa'osMaleeshiyaaMaaynamaarSingaappoorTaayilaandVeetinaam

Eshiyaa Kibbaa
Chaayinaa

AfgaanistaanBaangilaadishBuutanIndiyaaMaaldivsiNeeppaalPaakistaanSirii Laankaa

Eshiyaa Kaabaa

Raashiyaa

Tags:

BeejiingiChaayiniffaShaangaayi

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

JudaayizimiiLaga AwaashMaaree DibaabaaSaayinsii HawaasaaNaannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa459Elemoo QilxuuAlamuu QixxeessaaGiloobiiTarree Jechama OromooMicirjirtiiGarba PaasifiikSidaamooLafqubeellaaTundiraaKibxataSantiago (Chiilii)TokkooNewsOromiyaaAgaarfa (aanaa)Kaarbon daayi'oksaayidiiElektirooniksiiBaahireenGoogleQixxaatooAliyyii CirriiAfrikaaBakkalchaHawaasa ItoopiyaaOromooDaawwii(Tourism)Marii KuriiDaraaraaQolka qillensaa (biroonkaayii)Dhaha BooranaaPeeruuXiinbiqilaUEFAMalleen DubbiiBaqqalaa GarbaaLiikteenistaayinKuushSirna GadaaKompitaraAbiyyi AhimadGollooQalbiiXiinjireeOrbiitiHarkisooKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaAanaa FiraankiLafaBungulkattaaSirni bullaa’insa nyaataaKolombiyaaVaatikaanLeesoottooGiingisuuOromoo TuulamaBishooftuuMukaLeencaOromoo GujiiSanbataBuno BaddalleeZimbaabuweeNagallee BooranaaBurkaanaOregonFakkii🡆 More