Ayinanii

Sibiilli ykn Ayinanii elementii keemikaalaa iddoo bu'een isaa Fe (Laatiin irraa: ferrum) fi lakkoofsa suuddawaa isaa 26.

Innis sibiilaa  ce’umsaa fi garee 8B gabatee piriyoodii keessatti argama. Innis, ulfaataa dha, elementii lafa irratti baay'inaan argamu yoo ta'u, oksijiiniin xiqqoo durseeni (32.1% fi 30.1%, akkaataa wal duraa duubaan), baay'ee wiirtuu alaa fi keessaa lafaa uuma. Innis elementii irraa lafaa keessatti baay'inaan argamu keessaa isa 4ffaa yoo ta'u, baay'inaan haala sibiilaa isaatiin bubuutuuwaan(meteorites) keessatti kan kuufamu yoo ta'u, oorii ykn dhaalbuuda kessattis ni argama.

Ayinanii
Ayinanii
Sibiila

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Hirmaata Dubbii Afaan OromooBill GateOromoo GujiiNaqamteeLootuu SheeyxaanaaAartii OromooSiiriyaaAbdiisaa AagaaSirna FiwudaalaaSeenaa ItoophiyaaSadan SooddooLaga AwaashSarbiyaaSirni bullaa’insa nyaataaTarree Hiibboo OromooShawaa KaabaaBoqojjii (magaalaa)AayislaandiDaldalaaDurduubeeJarso (Hararge)IslovaakiyaaMaaksi PilaankiHaraTarree muummicha ministeeraa IraaqSirnakkoo lafaawooTsahaay TolasaaSeenaa Diinagdee AfrikaaBulgeeriyaaKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaX-raysWaraana Bilisummaa OromooRoobeeAfaan DaasaanaachiiArkiyooloojiiBalaqqeessa’uu ifaaHarkisooAteeteeQoqqoodama ItoophiyaaLafa GujiiLakkaantoo safaraaYuunivarsitiiLeenjisoo DiigaaFincila BaaleeAadaa OromooHarargee DhihaaIraaqMuhaammad ZaakirGaa'elaBarruuHawussaaOromoo MaccaaKubeeBallina BiyyottaMana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa AmbooLafaAfaan GiriikGaazexaa BariisaaMaqaaKafaaFirefoxFalaasamaAfoolaWallagga DhihaaBaaleAlii BirraaSomaaliyaaEeshiyaa🡆 More